Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

BREAKING: Qondaaltonni Mootummaa Ol’aanoon duraanii lama too’annaa jala oolan
Qondaaltonni ol’aanoon lamaan Birgeedar Jeneraal Kinfe Daanyawu Itti gaafatamaa Korporeeshiinii Sibilaa fi Injinariing (METEC)kan ture fi Meejar Jeneraal Teklebirhaan Wolde-Aragaay…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan Alangaa Federaalaa Hoggantoonni fi Miseensonni Tika nageenyaa duraanii, namoota shakkaman irratti gocha hamaa raawwataa turuu ibse
Abbaan Alangaa Federaalaa obbo Birhanuu Tsaggaayee ibsa guyyaa hardha midiyaaleef kenne irratti, qorannoo ji’oota shaniif geggeeffameen booda, hoggantooni fi Miseensonni…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin Islaamaa guddaan Istaadiyeemii magaalaa Harar keessatti geggeefamaa jira
Konfiransii fi Sagantaan marii Istaadiyoomii magaalaa Harar keessatti kan geggeefamaa jiru yoo tahu, Konfiransii kana irratti Koreen Hawaasa Muslimaa, Ulaamaa’onni…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Dhaabbata Korporeeshiinii Sibiilaa fi Injinariingii-METEC fi qondaaltonni tikaa heddu too’annaa jala oolan
Hoggantoonni METEC duraanii fi qondaaltonni tikaa too’annaa poolisii jala oolan baay’inni isaanii 40 ol yoo tahan, guyyaa kaleessaa gamoo METEC…
Guutuu Dubbisi » -

Afooshaan Wal deeggarsa Ashamaa Jimmaa dhalattoota Harargee magaalaa Jimmaatti qubsiifamaniif deeggarsa godhe
Afooshaan kun eega hundeeffamee ji’a muraasa qofa akka taheefi, kaayyoo isaa keessaa tokko tola ooltummaa tahuu ibsame. Haaluma kanaan Jum’aa…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Sheikh Jamaal Baddeeysaa (Abuu Saalih) biyya baqaa irraa gara biyyaa galan
Godina Harargee Lixaa magaalaa Baddeeysaa keessatti Imaamaa fi Khaxiiba kan turan Sheik Jamaal Baddeessaa, waggaa 7 dura roorroo mootummaan jalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqi fi Prezdaantiin Somaaliyaa Muhammad Abdullaahii Farmaajoo Goondar Seenan
Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabalatee qondaaltonni mootummaa federaalaa fi naannoo Amaaraa ganama har’aa buufata Xiyyaara Goondaritti argamuun, hoggantoota biyyoota…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisiin Federaalaa daangaa naannoo Somaalee fi Oromiyaa irratti awwaalli jumlaa argamuu beeksise
Prezdaantiin naannoo Somaalee duraanii Obbo Abdii Muhammad guyyaa kaleessaa mana murtiitti kan dhihaate yoo tahu, poolisiin yakkoota ajaja Abdii illeetiin…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen dhimma hawaasa Muslimaa irratti qorannoo akka geggeessuuf hundeeffame gaazexeessotaaf ibsa kenne
Koreen miseensota 9 qabu kun dhimma hawaasa muslimaa irratti qorannoo geggeessuun, rakkoolee hawaasichaatiif yaada furmaataa akka qopheessuuf muummicha ministeeraatiin kan…
Guutuu Dubbisi » -

Biyyoota Arabaa Ityoophiyaa waliin Walii galtee hujii hin qabnetti imaluun kan dhoorkame tahuu ibsame
Jalqaba Ji’a kanaa mootummaan biyyootni Arabaa Waliigaltee hojii Ityoophiyaa waliin mallatteessan Sa’uudii, Qaxarii fi Jordaan tahuu ibsuun, lammiileen karaa seera…
Guutuu Dubbisi »










