Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Poolisiin Dirree Dhawaa jeequmsa magaalattii keessatti ka’ee ture ilaalchisee qorannoo geggeessaa ture xumuruu beeksise
Walitti bu’iinsa magaalaa Dirree Dhawaa keessatti ji’a lama dura ka’ee tureen, namoonni 13 ajjeefamanii manneen 45 gubatuun ni yaadatama. Namoota…
Guutuu Dubbisi » -

Jeequmsa torbee darbe magaalaa Finfinnee keessatti muudateen namoonni 28 ajjeefamuu ibsame
Hogganaan Komishiinii poolisii magaalaa Finfinnee meejar jeneraal Deggifee Badii ibsa miidiyaaleef kenneen, walitti bu’iinsa namoota magaalaa keessatti alaabaa fannisaa turanii…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee walii galteen lafa Liizii kaaree meetra 4,100,000 akka haqamu murteesse
Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa akka jedhetti, magaalattii keessatti iddoowwan 154 walii galatti lafa kaaree 4,100,000…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Baalee Roobee keessatti namoonni hidhatanii Jeequmsa kaasan qabaman
Guyyaa har’aa hidhattoonni eenyummaan Isaanii hin beekamne, magaalaa Roobee naannawa Giriin jedhamutti dukkaanotaa fi dhaabbiilee dhuunfaa caccabsanii seenuun, namoota reebaa…
Guutuu Dubbisi » -

DhDUO maqaa isaa gara PDO jijjiiruu ibse
Paartiin Naannoo Oromiyaa bulchaa jiru DH.D.U.O kora isaa 9ffaa magaalaa Jimmaatti kan geggeessaa jiru yoo tahu, guyyaa har’aa maqaa paartichaa DhDUO…
Guutuu Dubbisi » -

Namoonni 364 jeequmsa magaalaa Burraayyuutti ka’e qindeessuun shakkamanii toohannaa jala oolan.
Walitti bu’iinsa dhiheenya kana naannawa magaalaa Buraayyuutti muudateen namoonni hedduun ajjeefamuun qabeenyis saamame jira. Yakka kanaan walqabatee namoonni 364 shakkamanii…
Guutuu Dubbisi » -

Kitaabni Tafsiira Qur’aanaa Afaan Oromootiin Qophaa’e Eebbifame
Kitaaba Tafsiira Qur’aanaa Afaan Oromootiin qophaa’e kana qopheessuu irratti Ulamaa’onni hedduun kan irratti hirmaatan yoo tahu, guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa Buraayyuu naannawa Ashawaa Meedaatti uumameen lubbuu namaa fi qabeenya irratti miidhaan dhaqqabe
Waliitti Bu’iinsa naannoo Burraayyuutti uumameen lubbun nama hedduu akka darbee fi namoonni heddu ammoo baqachuun magaalaa Finfinnee naannawa Askoo kan…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraatiin durfamu gara Sa’udii imale
Mootummaan Sa’udii Ityoophiyaa fi Eertiraan waldhabdee waggaa 20 ol jidduu isaanii ture karaa nagayaatiin hiikkachuu isaanii kan dinqisiifate tahuu ibse.…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Oromoo Naannoo Somaalee irraa buqqifamanii magaalaa Baroodaa qubsiifaman rakkoo hamaa keessa jiraatuu himan
Dhalattoonni Oromoo kun bara darbe ji’a fulbaanaa keessa waraana Liyyuu poolisii naannoo Somaaleetiin, magaalaa Jigjigaa fi Wucaalee keessaa qe’ee fi…
Guutuu Dubbisi »










