Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Muummichi ministeeraa gara Chaayinaa Imale
Dr Abiy Ahmad har’a Beejing kan seene yoo tahu, Foramii Afrikaa-Chaayinaa 7ffaa iratti hirmaachuuf garasitti kan imale tahuun beekameera. Dubbi…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’onni gurguddoon Keeniyaa irraa gara biyyaatti galan
ALHAMDULILLAAH ULAMAA’ONNI KEENYA NAGAYAAN GALAANII JIRU!!! Ulamaa’onni Keenya gurguddoon biyya Keeniyaa keessa waggaa dheeraaf jiraataa turan, guyyaa har’aa nagayaan gara…
Guutuu Dubbisi » -

ABO fi KFO’n gamtaa uumuuf Marii jalqaban
Addi Bilisumaa Oromoo (ABO) fi Kongiresii Federaalistii Oromoo (KFO) gamtaadhaan waliin hojjatuuf kan marii jalqaban tahuu ibsan. Miseensa qondaaltota jila…
Guutuu Dubbisi » -

Manni murtii Federaalaa Abdi Illee dabalatee dhimma Qondaaltota naannoo Somaalee ilaaluuf Fulbaana 4, 2011tti beellame
Prezdaantii naannoo Somaalee duraanii Abdi Illee dabalatee qondaaltonni naannicha 4 guyyaa kaleessaa mana murtiitti dhihaatuun mirga wabii gaafachuun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Helikoptara Raayyaa Ittisa Biyyaa muudateen lubbuun nama 18 dabre
Herlikoptarri miseensota rayyaa ittisaa 15 fi namoota Siviilii 3 fe’attee Dirree Dhawaa irraa gara Bishooftuu imala turte, hara’a ganama toora…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Liyyuu Poolisii naannoo Somaalee Aanaa Qumbii keessatti haleellaa raawwaate
Waraanni Liyyuu poolisii aanaa Qumbii magaalaa Minoo seenuun meeshaa waraana gurguddaan haleella kan raawwate tahuu maddeen gabaasan. Haleellaa kanaanis milishaan…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’onni gurguddoon Biyya Keeniyaa Keessa jiraataa turan gara biyyaa deebi’uuf qophitti jiru.
In shaa ALLAAH hayyama Rabbii guddaatiin Guyyaa jimaataa keeniyaa irraa ka’anii, Salaata Jum’aa booda Finfinnee ni gahu jedhamee eegama. Ulamaa’onni…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’onni gurguddoon Biyya Keeniyaa Keessa jiraataa turan gara biyyaa deebi’uuf qophitti jiru.
In shaa ALLAAH hayyama Rabbii guddaatiin Guyyaa jimaataa keeniyaa irraa ka’anii, Salaata Jum’aa booda Finfinnee ni gahu jedhamee eegama. Ulamaa’onni…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee aanaa Mayyuu Mulluqqee keessatti haleellaa raawwate
Waraanni Naannoo Somaalee Isniina Kaleessaa ganama naannawa saa’aa 4:00tti Ulamaa’oota fi dargaggoota aanaa Haramayaa irraa namoota torbee dabre aanaa Mayyuu…
Guutuu Dubbisi »









