ALHAMDULILLAAH ULAMAA’ONNI KEENYA NAGAYAAN GALAANII JIRU!!!
Ulamaa’onni Keenya gurguddoon biyya Keeniyaa keessa waggaa dheeraaf jiraataa turan, guyyaa har’aa nagayaan gara biyya isaanii galaanii jiru. Buufata xayyaara booleetti hawaasa muslimaatiin simannaan hoo’aan godhameefii jira.
Ulamaa’onni guyyaa har’aa gara biyyaa galan:
Sheikh Alii jimmaa
Sheikh Muhammad Waadoo
Related Posts
Dr. Seeyfaddiin Huseen
Sheikh Ahmad Xaahaa Hasan
Sheikh Ahmad Najjaash
Sheikh Tamaam Qaasim (Abu Mus’aab)