Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Haleellaa Xiyyaronni Waraana Raashiyaa fi mootummaa Suuriyaa Idlib keessatti raawwataniin namoonni nagayaa 20 ol ajjeefaman
Mootummaan Suuriyaa michuu isaa Raashiyaa waliin tahuun, duula dhiheenya kana kutaa Idlib kan to’annaa garee mormitoota jala jiru keessatti jalqabe…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Keeniyaa Prezdaant Uhuruu Keeniyaataa waraana biyyattii gara garba Hindii akka bobbaasu gaafate
Wal dhabbiin dangaa Garba Hindii irratti Somaaliyaa fi Keeniyaa jidduu ture dhiheenya kana hammaataa kan dhufe yoo tahu, paarlaamaan Keeniyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad sirna hindeeffama mootummaa ce’umsaa Suudaan irratti hirmaachuuf Kaartuum seene
Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraa Dr. Abiyin durfamu hara ganama magaalaa Kaartuum kan seene yoo tahu, qondaaltota mana maree waraanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ejensiin Qormaata Biyyoolessaa Qabxiin Barnoota “Scholastic Aptitude’ kan sirreeffame galgala har’a kan gadhiifamu tahu beeksiise
Qabxii Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa dhiheenya ibsame irratti, barattoota, maatii barattoota fi biiroo barnoota naannoolee gara garaa irraa komiin ka’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Komishiinii Ministeerota Ityoophiyaa fi Ugaandaa, magaalaa Kaampaalaa keessatti gaggeeffame
Korri marsaa 3ffaa Komishiinii Ministeerotaa biyyoota lamaanii bara kanaa guyyaa kaleessaa magaalaa Kaamapaalaa keessatti kan geggeeffame yoo tahu, Ministeerri haajaa…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Mormitoota Suudaan Dr. Abdallaah Hamdok muummicha ministeera yeroo ce’umsaa akka tahu kaadhime
Gamtaan mormitoota Suudaan ogeessaa diinagdee beekamaa Dr. Abdallaah Hamdok, waggoota sadan dhufaniif muummicha ministeera yeroo ce’umsaa tahuun biyyattii akka hogganu…
Guutuu Dubbisi » -

Dhuukaasa daangaa bulchiinsa Kutaa Kaashimiir keessatti loltoonni Paakistaanii fi Indiyaa wal irratti bananiin loltoonni 8 ajjeeffaman
Waraanni Paakistaan akka beeksisetti, indiyaa dangaa Kaashimiir ce’uun dhukaasa baneen loltoota Paakistaan 3 eega ajjeeseen booda, loltoonni Paakistaan deebisaa kennaniin…
Guutuu Dubbisi » -

Israa’el dubartoota miseensa Kongirasii Ameerikaa lama gara biyyattii akka hin seenne uggurte
Dubartoonni Miseensota Kongirasii Ameerikaa tahan Rashiidaa Xaalibii fi Ilhaan Umar sabtii dhftu affeerraa dhaabbilee mirga namoomaatiin gara dachii Falsxiinotaa Israa’el…
Guutuu Dubbisi » -

Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qabxiin Qormaata Biyyaaleessaa kutaa 12ffaa dogoggora waan qabuuf akka sirreeffamu gaafate
Qabxii Qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa kibxata ibsame irratti komiin guddaan ka’aa jiraatuu gabaasne ture. Biiroon barnootaa naannoo Oromiyaatis Qabxiin qormaata…
Guutuu Dubbisi » -

Chaayinaan mormii Hong Kong keessatti ka’e ukkaamsuuf humna poolisii dabalataan gara bulchiinsa magaalattii ergite
Jirraattonni Bulchiinsa Magaalaa Hong Kong, mootummaan Chaayinaan dhimma magaalattii keessa seenuu hin qabu jechuun, mormiin torbaan tokko dura jalqaban cimee…
Guutuu Dubbisi »










