Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee lafa Masjiidaa Kaaree Meetra 4000 hawaasa muslimaatiif kenne
Itti aanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee injinar Taakkalaa Uumaa guyyaa hardhaa naannawa Labuu iddoo Vaarneeroo jedhamu dhaquun, bakka masjiidni Aliif dheengadda…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Masjida kaleessa diigame guyyaa boruu bakkatti deebisee kan ijaaru tahu ibse
Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa laaftoo keessatti Masjidni Aliif guyyaa kaleessaa namoota bulchiinsa magaalichaa irraa ergamaniin kan diigame yoo tahu, yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Falasxiin magaala Alqudsi fi naannawa isii hundi salaata Iidul-Ad’haa Masjiid al-Aqsatti qofa tokkummaan salaatuuf kan qophaayaa jiran tahuu ibsame
Dhaabbiileen Falasxiin sadi ibsa har’a baasaniin, Alhada iftaanii masjiidonni Al-Qudsi fi naannawa isii hundi kan cufaman akka tahee fi Salaatni…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Suuriyaa Kaaba biyyattii keessatti naannawa sochii waraanaa irraa bilisa tahe hundeessuuf walii galtee Ameerikaa fi Turkiyaan mallatteessan kan hin fudhanne tahuu beeksise
Turkiyaa fi Ameerikaan Kaabaa Suuriyaa keessatti naannawa sochii waraanaa irraa bilisa tahe hundeessuuf kan walii galan tahuu guyyaa kaleessaa ibsanii…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Ityoophiyaa 250 ol tahan Afrikaa kibbaa magaalaa Johannesburg keessatti hidhamuu gabaafame
Afrikaa Kibbaa magaalaa Johannesburg keessatti guyyaa kaleessaa poolisiin biyyattii lammiilee biyyoota Afrikaa gara garaa 600 ol tahan, seeraan ala biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Aanaa Gumbii Bordodeetti raawwatameen lubbuun nama 7 galaafatame.
Godina Harargee lixaa aanaa Gumbii Bordooddee ganda Gumbii iddoo Gimjaabeetii jedhamuutti, haleellaa qaamolee hidhataniin guyyaa har’aa ummata nagayaa irratti raawwatameen…
Guutuu Dubbisi » -

Masjidni Aliif kan magaalaa Finfinnee aanaa Laaftootti argamu diigame
Masjidni Aliif, magaalaa Finfinnee aanaa Laaftoo araddaa 01 Veroonikaa riil Isteet dubbatti argama. Sababa Kaartaa hin qabu fi ijaarsa seeraa…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota baha Afrikaa rakkoo caamaatiif saaxilamaniif deeggarsa yuuroo miiliyoona 50 kan kennu tahuu ibse
Hanqina roobaatiin wal qabatee rakkoo Caamaa naannawa baha Afrikaa keessatti muudateen, hawaasni naannichaa keessumattuu horsiisee bulaan beelaa fi hanqina bishaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Kooriyaan Kaabaa toora interneetii Cabsuun (Cyber attack) Dolaara Biiliyoona lama ol kan saamte tahuu gabaafame
Kooriyaan Kaabaa toora interneetii biyyoota hedduu Cabsuun (Cyber attack) Doolara Biiliyoona lama ol eega saamtee booda, maallaqa kana ijaarsaa meeshaa…
Guutuu Dubbisi » -

Paakistaan hariiroo Diplomasii fi Daldalaa Indiyaa waliin qabdu addaan kutuu beeksiste
Muummichi ministeera Paakistaan har’a qondaaltota nageenya biyyattii waliin dhimma Kashimiir irratti eega mari’atee booda, biyyi isaa hariiroo Dipilomasii Indiyaa waliin…
Guutuu Dubbisi »










