Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Israa’el West Bank keessatti manneen Falasxiinotaa 100 ol diiguu jalqabde
Waraanni Israa’el loltoota dhibbaan laakkayaman fi Doozarii heddu gara ganda Falasxiinotaa Sur Baher jedhamutti bobbaasuun, gamoowwan 16 Apartimantii dhibba…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Naannoo Amaaraa Muudama Prezdaantii Naannichaa raggaasise
Koreen Jiddu Galeessaa Paartii Dimokraatawaa Amaaraa (ADP) wal gahii torbee dabre geggeesseen, Obbo Tamasgen Xiruneh taayitaa Prezdaantii naannichaatiif kan kaadhime…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisiin Federaalaa maallaqa biyyoota alaa Dolaara miiliyoona 2 ol seeraan ala kuufame qabuu ibse
Komishiina Poolisii Federaalaatti Itti aanaan Daayrektra qorannoo yakka Faayinaansii Komandar Taaddasa Ayalewu FBC’f akka himetti, namoota Doolara Ameerikaa miiliyoona 2.4…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti Bu’iinsa Godina Sidaamaa keessatti ka’een lubbuun nama galaafatamuu gabaafame
Naannoo kibbaatti gaaffii ummanni godina Sidaamaa naannoo tahuuf kaaseen wal qabatee, Kamiisa dheengaddaa irra kaasee magaalota fi gandoota baadiyaa godinicha…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudiin loltoonni Ameerikaa biyya isii keessa akka qubatan hayyamte
Ministeerri haajaa alaa Sa’uudii ibsa sabtii har’aa baaseen, “walii galtee Sa’uudii fi Ameerikaan kanaan dura mallatteessan irratti hundaayuun, nageenyaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Markaba Biriteen Galoo Galaana Parshiyaa keessatti qabuu beeksiste
Humni eeggumsa Warraaqsa Iiraan Markaba Biriteen seeraan ala boba’aa fe’attee daangaa galaana biyyattii keessa qaxxaamuraa turte hojjattoota 23 waliin too’annaa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad Badhaasa Chatham House Prize jedhamuuf kaadhimame
Badhaasni Chatham house kun waggaa dabre keessa walitti dhufeenya idil addunyaatiif fooyya’iinsi akka argamu, dhaabbilee ykn namoota shoora ol’aanaa bahaniif…
Guutuu Dubbisi » -

Hambaan Masjiidaa umrii dheeraa qabu naannawa Israa’el humnaan qabatte keessatti argame
Hambaan Masjiidaa naannawa Israa’el humnaan qabatte kan Gammoojjii Nejev jedhamu keessatti argame kun yoo xiqqaate waggaa 1200 ol dura kan…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Markaba seeraan ala boba’aa fe’attee imalaa turte too’annaa jala oolchuu beeksiste
Humni eeggumsa Warraaqsa Iiraan Markaba biyya biroo seeraan ala boba’aa fe’attee daangaa galaana biyyattii keessa qaxxaamuraa turte too’annaa jala olchuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif har’a Asmara seene
Ministeerri Odeeyfannoo Eertiraa Yamaane Gabramasqal akka ibsetti, jilli mootummaa Ityoophiyaa Dr. Abiy Ahmadiin durfamu daaw’annaa hujii guyyaa lamaatiif har’a ganama…
Guutuu Dubbisi »










