Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Addi Bilisummaa Oromoo (Shanee-Gumii) fi mootummaan dhimmoota tokkummaa fi faayidaa ummata Oromoo mirkaneessan irratti kan waliin hojjatan ta’uu beeksisan
Addi Bilisummaa Oromoo (Shanee-Gumii) fi mootummaan dhimmoota tokkummaa fi faayidaa ummata Oromoo mirkaneessan irratti kan waliin hojjatan ta’uu beeksisan…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad hogganaa manaa marii waraana Suudaan waliin mari’ate
Hogganaan mana marii waraana Suudaan Jeneraal Abdulfattaah Burhaan har’a waaree booda Finfinnee kan seene yoo tahu, muummichi ministeeraa Dr. Abiy…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan Mana Marii Ce’umsaa Waraanaa Suudaan Jeneraal Abdul Fattaah Al Burhaan Finfinnee seene
Jilli mana marii waraana Suudaan Jeneraal Abdul Fattaah Al Burhaaniin hogganamu har’a waaree booda buufata Xiyyaaraa Boolee yeroo ga’etti, Ministeera…
Guutuu Dubbisi » -

Chaayinaa fi Raashiyaan Konfiransii Diinagdee Baha Jiddu Galaa Ameerikaan qopheessaa jirtu irratti kan hin hirmaanne tahuu beeksisan
Ameerikaan Konfiraansii Diinagdee Baha Jiddu Galaa irratti xiyyeeffatu June 25-26/2019 Bahreeyn magaalaa Manamaa keessatti geggeessuuf kan qophaayaa jirtu yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Qondaalli naannoo Somaalee duraanii tokko Somaaliyaa keessatti qabamee Ityoophiyaaf dabarfamee kan kenname tahuu beekame
Itti gaafatamaan mana hidhaa Jeel Ogaadeen kan duraanii Koloneel Hasan Ismaa’il Ibraahim Somaaliyaa keessatti qabamee ityoophiyaaf kan kenname yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Traamp ammas loltoota dabalataa 1500 gara Baha Jiddu Galaa erguuf murteesse
Ameerikaan torbaan lamaan dabran keessa Markabootaa fi xiyyaarota waraanaa akkasumas loltoota hedduu gara naannichaatti erguu isii gabaafamee ture. Ammas prezdaant…
Guutuu Dubbisi » -

Indiyatti Balaa Ibiddaa mana barnootaa keessatti muudateen yoo xiqqaate lubbuun barattoota 20 dabruu gabaafame
Qondaaltonni biyyatti akka jedhanitti, balaa kutaa Gujiraat keessatti muudate kanaan barattoota du’aniin alattis 20 ol ammoo madaayaanii kan wal dhaanamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummittiin Ministeera Briteen Tarezaa Meey taayitaa gad lakkisuuf qophaayaa jiraachuu beeksiste
Tarezaa Meey ibsa guyyaa har’aa kenniteen, June 7/2019 taayitaa isii kan gadi lakkiftu tahuu beeksiste. Miss Meey akka jetteetti, sochii…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ijaarsa Seeraan alaa magaalatti keessatti babal’ate diiguuf qophii xumuruu beeksise
Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa dhimmicharratti guyyaa har’aa qaamolee nageenyaa waliin kan mari’ate yoo tahu, lammiileen kutaalee…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Falasxiin Konfiransii Diinagdee Baha Jiddu Galaa Ameerikaan qopheessaa jirtu irratti kan hin hirmaanne tahuu beeksise
Ameerikaan Konfiraansii Diinagdee Baha Jiddu Galaa irratti xiyyeeffatu baati dhuftu Bahreeyn keessatti geggeessuuf kan qophaayaa jirtu yoo tahu, bulchiinsi Falasxiin…
Guutuu Dubbisi »










