Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Aalimni biyya Keenyaa Guddaan Dr Jeylaan Khadiir Konkolaataa badhaafaman
Aalimni biyya keenyaa guddaan Dr Jeylaan Khadiir hanga har’aatti Makiinaa ittiin socho’an kan hin qabne yoo tahu, daldaltoonni magaalaa Finfinnee…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Masjiida Al Nuur kan biyya Niwziiland Magaalaa Kraayistcharch keessatti raawwatameen muslimoonni heddu ajjeefaman
Guyyaa jimaataa, Namni qawwee qabate tokko Masjida Al Nuur, seenee dhukaasa baneen muslimoota heddu ajjeesuun isaa gabaafame. Namoonni ijaan argan…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaa keessatti hidhamanii turan gadhiifamuu gabaafame
Waajjirri ministeera haajaa alaa ibsa baaseen, dargaggoonni lammiilee Ityoophiyaa 50 guyyaa har’aa mana hidhaa Taanzaaniyaa irraa kan gadhiifaman yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp xiyyaaronni Boeing737- Max hundi hujii akka dhaabu ajaja dabarse
Alhada darbe naannoo Shawaa Bahaa aanaa Gimbichuutti xiyyaarri Daandii Qilleensa Ityoophiyaa Boeing 737 Max 8 kufee lubbuu namoota 157 ega…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Awrooppaa xiyyaaronni Boeing 737 MAX 8 jedhaman ardii Awrooppaa keessa akka hin barrisne uggure
Balaa xayyaaraa guyyaa Alhadaa daandii xayyaara Itiyoophiyaa mudatee lubbuu namoota 157 galaafate hordofee biyyoonni garagaraa xayyaara Boeing 737 MAX jedhamurratti…
Guutuu Dubbisi » -

Sagalee guddiftuun Masjiida Askoo akka kaafamu ajajame
Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee naannawa Askootti kan argamu masjiidni Askoo, meeshaa sagalee guddisu kan Azaanni godhamuun akka hin fayyadamne…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Aljeeriyaa Abdul’aziiz Butofliqaa wal dorgommii filannoo prezdaantummaa biyyattii keessaa bahuu beeksise
Prezdaantiin Abdul’aziiz Butofliqaa filannoo prezdaantummaa biyyattii Ebla dhufu irratti kan dorgomu tahuu eega beeksisee booda, lammiileen Aljeeriyaa kumaatamaan lakkaahaman prezdaantichi…
Guutuu Dubbisi » -

Ijaarsa Kolleejii Islaamaa Magaalaa Mattuutiif birriin 15,000,000 ol walitti qabamuu gabaafame
Guyyaa kaleessaa godina Iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuutti ijaarsa Kolleejii Islaamaa magaalaa Mattuu xumursiisuuf sagantaa galii walitti qabuuf geggeeffame irratti,…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Arsii magaalaa Colleetti sagantaan muhaadaraa guddaan geggeeffame
Sagantaa muhaadaraa guddaa guyyaa hardhaa magaalaa Colleetti geggeeffame kana irratti, keessumoonni iddoo gara garaa irraa affeeraman kan argaman tahuu odeeyfannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Xiyyaaronni waraana Israa’el Gaazaa keessatti haleellaa raawwatuu gabaafame
Waraanni Israa’el ibsa baaseen akka jedhetti, Alhada har’aa rokkeetii Gaazaa irraa gara Israa’elitti dhukaafame hordofuun, xiyyaaronni waraana Israa’el Gaazaa keessatti…
Guutuu Dubbisi »










