Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Facebook ergaa barreeffamaa (text message) irratti tajaajila haaraya jalqabuu beeksise.
Dhaabbanni Facebook fayyadamtoonni isaa ergaa barreeffamaa (text message) tokko eega erganii booda yoo kan gaabban tahe, daqiiqaa 10 keessatti balleessuu…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree bakka bu’oota ummataa labsii beeksisa dhugaatii Alkoolii daangessu raggaasise
Manni maree bakka bu’oota ummata walgahii idilee hardha geggeesse irratti, wixinee Koreen dhaabbii dhimma dubartoota, dargaggootaa fi hawaasummaatiin qophaahe, akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensi Paarlaamaa Netherlands duraanii, kan jibbiinsa Islaamummaa leellisuun beekamu gara amantaa Islaamaa deebi’e
Van Klaveren miseensa Parlaamaa Netherlands fi qondaala paartii PVV kan jibbiinsa Islaamaa leellisuun beekamuu kan ture yoo tahu, Isniina kaleessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Foramiin Dargaggoota Muslima Oromiyaa marsaa lammaaffaaf geggeeffame
Foramiin Dargaggoota Muslimaa kun godina Baalee magaalaa Roobbeetti guyyoota lamaaf kan geggeeffame yoo tahu, dubartoota 95 dabalatee dargaggoonni 300 ol…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Amaaraa Kibba Gondar magaalaa Istee keessatti Masjiidonni gubaman lama tahuu gabaafame.
Kibba Gondar magaalaa Istee keessatti jiraattonni naannichaa amantaa biroo hordofan, Alhada kaleessaa Masjiidota lama ibiddaan gubuun kan barbaddeessan yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen biyyoota Awrooppaa hedduu dararaa mootummaan Chaayinaa Muslimoota biyyattii irratti raawwatu balaaffetuun mormii geggeessan
Chaayinaan yeroo dhihoo asitti dhiibbaa muslimoota biyyattii irratti raawwattu hammeessitee kan itti fufte yoo tahu, keessummattu kutaa biyyatti Zinjiyaang jedhamu…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa aanaa Baabbilee gandoota afur keessatti umameen namni hedduun qe’ee fi qabeenya irra buqqifamuu gabaafame
Godina Harargee bahaa aanaa Baabbilee Aradaalee Gamachuu, barkalee, Awshariif ,lakkoolee fi Erar ibaadaa keessatti, guyyoota sadan dabran keessa walitti bu’iinsa…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Kibbaa Magaalaa Halaabaatti Konfiransiin da’awaa guddaan geggeeffamaa jira
Konfiransiin da’awaa guyyaa kaleessaa jalqabame kun guyyaa hardhaatis kan itti fufeyoo tahu, kaayyoon sagantaa kanaa duula hamaa hawaasa muslimaa kafarsiisuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Iraan misaa’ela fageenya jiddu galeessa furguuggeffamu oomishuu beeksiste
Iraan waggaa 40ffaa warraaqsa ummata biyyattii sababeeffachuun, misaa’ela haaraya fageenya kilomeetra 1,350 furguuggeffamu yaaliin geggeessite milkaahuu beeksiste. Ministeerri ittisa biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Ministeerotaa walii galtee miseensummaa naannawa daldala bilisaa biyyoota Afrikaa raggaasise
Manni marichaa walga’ii har’a gaggeessen walii galtee kana kan raggaasise yoo tahu, walii galteen kun hujii muummichi ministeeraa Dr Abiy…
Guutuu Dubbisi »










