Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Obbo Barakat Sim’oon fi Obbo Taaddasaa kaasaa mana Murtiitti dhiyaatan
Qondaaltonni olaanoon mootummaa duraanii Obbo Barakat Sim’oon fi obbo Taddasaa Kaasaa guyyaa lama dura yakka malamaltummaatiin shakkamanii magaalaa Finfinnee irra…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanti Al-basar International Foundation jedhamu hospitaala wal’aansa ijaa 11 Ityoophiyaa keessatti ijaaruuf tahuu gabaafame
Hoggantoonni dhaabbatni deeggarsaa Al Basar International Foundation guyyaa hardha waajjiira mana marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaatti argamuun hoggantoota mana marichaa waliin…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen Abbootii Gadaa fi hayyootaa irraa hundeeffame ABO FI Mootummaa jiddutti araarri bu’uu labse
Mariin araaraa guyyaa har’aa Gumiin Abbootii Gadaa fi Yunivarsiitiin Amboo waliin ta’un qopheessan galma yunivarsiitii Amboo keessatti kan geggeeffame yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa gara Beeljiyeem imaluun qondaaltota gamtaa Awrooppaa waliin mari’ate
Muummichi ministeeraa daaw’annaa hujii Awrooppaa keessatti geggeessaa jiru itti fufuun har’a gara Beeljiyeem imaluun, magaala Braasels keessatti qondaaltota mana maree…
Guutuu Dubbisi » -

Venezuweelaan gaaga’ama Siyaasa hamaa keessa kan galte tahuu gabaafame
Prezdaant Nikolas Maduro filannoo prezdaantummaa Caamsaa dabre biyyattii keessatti geggeefame injifatuu isaa labsuun, January 10/2019 yeroo lammataatiif hogganaa biyyattii tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Qondaaltonni Poolisii Ameerikaa namoota wiirtuu Islaamaa tokko irratti haleellaa raawwachuuf karoorsaa turan qabuu beeksisan
Qondaaltonni poolisii kutaa Niwuyoork ibsa kennaniin akka jedhanitti, namoonni afran too’annaa jala kan oolan, wiirtuu hawaasa Islaamaa kutaa Niwuyoork kan…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’otaa fi Imaamota 200 ol tahaniif leenjiin kennamaa jira
Ulamaa’otaa fi Imaamota 200 ol kanneen godinaalee sadi irraa dhufaniif magaalaa Baakkootti leenjiin kan kennamaa jiru yoo tahu, Ulamaa’onni leenjii…
Guutuu Dubbisi » -

Baatii jahan dabranitti namoota 13,000 ol kanneen yakka adda addaatiin himatamanii turan himannaan irraa kaafamuu gabaafame
Eega muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara aangoo dhufee booda, lammiileen biyyattii yakkoota Shororkeessummaatiin, biyya ganuu fi yakkoota biroo gara…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa jijjiirama Ityoophiyatti eeggalame ummanni gama hundaan kan tumsaa jiru tahuu beeksise
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Foramii Diinagdee Addunyaa Siwiizarlaand magaalaa Davos keessaatti geggeefamaa jiru irratti haasaya godheen, ji’oota kurnan dabran…
Guutuu Dubbisi » -

Qondaaltonni mootummaa Indiyaa muslimoota Rohingiyaa irratti dararaa dhaqqabsiisaa kan jiran tahuu gabaafame
Qondaaltonni Paartii Indiyaa bulchaa jiru kan Hindu Nationalist Party jedhamuu, muslimoota Rohingiyaa duguuggaa sanyii mootummaan Miyanmaar isaan irratti raawwate baqachuun…
Guutuu Dubbisi »










