Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ameerikaan loltoota isii Suuriyaa baasuu kan jalqabde tahuu gabaafame
Prezdaant Donaald Traamp torbee dabre loltoota Ameerikaa Suuriyaa keessa jiran hunda dhiheenyatti kan baasu tahuu beeksisee ture. Haaluma kanaan Jum’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Masri Haleellaa Turistoota irratti raawwatame hordofuun hidhattoota 40 ajjeessuu beeksiise
Mootummaan masrii ibsa baaseen akka jedhetti, haleellaa guyyaa kaleessaa turistoota irratti raawwatame hordofuun, poolisiin biyyattii Sabtii hardhaa duula naannolee lama…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti Bu’iinsa Magaalaa Fincaa’aa keessatti muudateen lubbuun nama 11 oli galaafatame
Godina Gujii lixaa aanaa Dugdaa Daawwaa magaalaa Fincaa’aa keessatti jum’aa hardhaa waaree booda walitti bu’iinsa waraana Makkalaakayaa fi hidhattoota Adda…
Guutuu Dubbisi » -

Emreets fi Bahreeyn Imbaasiiwwan Damashiq keessatti cufanii turan banan
Fincila ummataa bara 2011 Suuriyaa keessatti dhoohe hordofuun lola hamaa biyyattii keessatti ka’een wal qabatee, biyyoonni Arabaa heddu hariiroo mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -

Malik Salmaan ministeera haajaa alaa dabalatee qondaaltota muraasa taayitaa duraanii irraa kaase
Malik Salmaan Bin Abdulaziiz khamiisa har’aa ministeerota muraasa taayitaa duraanii irraa kaasuun, caasaa kaabinee mootummaa biyyattii kan jijjiire tahuu ejensiin…
Guutuu Dubbisi » -

Donaald Traamp dhoksaan gara Iraaq imaluun loltoota Ameerikaa kan daaw’ate tahuu gabaafame
Prezdaant Traamp fi haati manaa isaa Melaaniyaa Traamp, ayyaana bara haarayaa sababeefachuun halkan edaa gara Iraaq imaluun, loltoota Ameerikaa biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Mormiin lammiileen Suudaan mootummaa biyyattii irratti jalqaban akkuma itti fufetti jira
Lammiileen Suudaan kufaatii maallaqaa fi qaalayiinsa jireenyaa sababeefachuun mormiin torbaan tokko dura jalqaban kan itti fufe yoo tahu, mormiiin kun…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Gololchaa Magaalaa Caancootti sagantaan simannaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen gaggeeffame
Godina Arsii aanaa Gololchaa magaalaa Caancootti guyyaa har’aa Sagantaan simannaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen kan geggeefame yoo tahu, sagantaa kanarratti Ustaaz…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Israa’eel buufata waraana suuriyaa irratti raawwatteen, loltoonni suuriyaa 3 madaayuun gabaafame
Xiyyaaronni waraana Israa’el 6 halkan kaleessaa daangaa Lubnaan seenuun gara buufata waraana Suuriyaa magaalaa Damashiq cinatti argamuutti boombiiwwan 17 kan…
Guutuu Dubbisi » -

Eertiraan daangaa Zaalanbassaa debistee kan cufte tahuu gabaafame
Walii galtee nageenyaa Ityoophiyaa fi Eertiraa jiddutti mallatteeffame hordofuun, biyyoonni lamaan ji’oota muraasa dura daangaa waggaa 20 oliif cufamee ture…
Guutuu Dubbisi »









