Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Duula Waraanni Ameerikaa bra 2001 irraa kaasee Afgaanistaan, Paakistaan fi Iraaq keessatti geggeesseen lubbuun namoota 500,000 ol kan galaafatame tahuu gabaafame
Qorannoon Brown University irraa bahe akka mul’isutti, haleellaa September 11/2001 Ameerikaa keessatti raawwatameen booda, duula waraanni Ameerikaa maqaa shororkeesummaa balleessuu…
Guutuu Dubbisi » -

Afooshaan Wal deeggarsa Ashamaa Jimmaa dhalattoota Harargee magaalaa Jimmaatti qubsiifamaniif deeggarsa godhe
Afooshaan kun eega hundeeffamee ji’a muraasa qofa akka taheefi, kaayyoo isaa keessaa tokko tola ooltummaa tahuu ibsame. Haaluma kanaan Jum’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Boombii Somaaliyaa magaalaa Maqdishoo keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 15 ajjeefaman
Haleellaa Jum’aa har’aa magaalaa Maqdishoo waajjira qorannoo yakkaa dabalatee iddoowwan sadihitti raawwatameen, yoo xiqqaate namoonni 17 ol kan ajjeefaman tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Sheikh Jamaal Baddeeysaa (Abuu Saalih) biyya baqaa irraa gara biyyaa galan
Godina Harargee Lixaa magaalaa Baddeeysaa keessatti Imaamaa fi Khaxiiba kan turan Sheik Jamaal Baddeessaa, waggaa 7 dura roorroo mootummaan jalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqi fi Prezdaantiin Somaaliyaa Muhammad Abdullaahii Farmaajoo Goondar Seenan
Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabalatee qondaaltonni mootummaa federaalaa fi naannoo Amaaraa ganama har’aa buufata Xiyyaara Goondaritti argamuun, hoggantoota biyyoota…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisiin Federaalaa daangaa naannoo Somaalee fi Oromiyaa irratti awwaalli jumlaa argamuu beeksise
Prezdaantiin naannoo Somaalee duraanii Obbo Abdii Muhammad guyyaa kaleessaa mana murtiitti kan dhihaate yoo tahu, poolisiin yakkoota ajaja Abdii illeetiin…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen dhimma hawaasa Muslimaa irratti qorannoo akka geggeessuuf hundeeffame gaazexeessotaaf ibsa kenne
Koreen miseensota 9 qabu kun dhimma hawaasa muslimaa irratti qorannoo geggeessuun, rakkoolee hawaasichaatiif yaada furmaataa akka qopheessuuf muummicha ministeeraatiin kan…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaa kutaa Kaalifoorniyaa keessatti haleellaa raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 12 ajjefaman
Namichi hidhate mana dhugaatii tokko keessatti dhukaasa baneen yoo xiqqaate namoonni 12 ajjeefamuun, 10 ol ammoo kan madaayan tahuu poolisiin…
Guutuu Dubbisi » -

-

UNICEF lolli Yaman magaalaa Hudeeydaa keessatti hammaataa dhufe yaaddessaa tahuu beeksise
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ejeensiin gargaarsa daa’immanii UNICEF ibsa baaseen, naannawa magaalaa Hudeeydaa keessatti waraana mootummaa Yaman kan Sa’uudii fi Emreetiin…
Guutuu Dubbisi »










