Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Obboleessi Malik Salmaan biyya itti baqate irraa gara Sa’uudii deebi’e
Ahmad Bin Abdulaziiz obboleessa quxisuu Malik Salmaan Bin Abdulaziiz yoo tahu, Ministeera biyya keessaa dabalatee yeroo dheeraadhaaf mootummaa Sa’udii keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daawwannaa hojiitiif Jarman seene
Muummichi Ministeera Dr Abiy Ahmad guyyaa kaleessaa dawwannaa hojiitiif gara Awuroppaa imaluun Paaris keessatti prezdaantii Faransaay Imaanu’eel Makroon waliin dhimmoota…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan loltoota kuma 5,200 gara daangaa Meeksikootti erguuf qophaayaa jirti
Yunaayitid Isteets baqattoota lammiilee Ameerikaa Jiddu galeessaa (Central America) irraa gara biyya isiitti godaanaa jiran ittisuuf, loltoota gara daangaa Meeksikootti…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Bilisummaa Falasxiin Beekamtii Israa’eliif kennee ture kan haqe tahuu beeksise
Koreen Jiddu galeessaa Dhaabbata Bilisummaa Falasxiin (PLO) kora guyyaa lamaaf Ramallaah keessatti geggeessaa ture xumuruun ibsa baaseen, dangaa bara 1967…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti Bu’iinsa Loltoota WBO fi Waraana Mootummaa jiddutti uumameen lubbuun nama 8 galaafatame
Godina Wallaggaa Lixaa keessatti Makkalaakayaa fi hidhattoota Adda Bilisummaa Oromoo jiddutti walitti bu’iinsa uumameen, lubbuun namoota hedduu kan bade tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif gara Awurooppaa Imale
Dr Abiy affeerraa Prezdaantii Faransaay Imaanu’eel Makron fi Chaansilarii Jarman Anjeelaa Maarkel irraa dhihaateen gara Awurooppaa imale. Haaluma kanaan har’a…
Guutuu Dubbisi » -

Xiyyaarri Indoneezhiyaa namoota 189 fe’atee ture galaana Jaavaa keessatti kufe
Ejensiin Ittis balaa Indoneezhiyaa akka ibsetti, xiyyarri daandii qilleensa Lion Air jedhamuu, ganama har’aa magaala guddoo biyyattii Jaakaartaa irra gara…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan magaalaa Asallaatti geggeeffame
Sagantaan kun Jama’aa Asallaatiin kan qophaa’e yoo tahu , mata duree gara garaa irratti muhaadaraan daa’iiwwan gurguddoo hedduun kennamuu odeeyfannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Mootummaa Omaan gara Falasxiin imaluun Prezdaant Mahmuud Abbaas waliin mari’ate
Prezdaant Mahumuud Abbaas Alhada har’aa West bank magaalaa Ramallah keessatti jila mootummaa Omaan qeebaluun mari’atee jira. Jilli kun Xalayaa Amiira…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota Naannoo Amaaraa heddu keessatti Alhada har’aa hiriirri geggeeffame
Magaalota naannoo Amaaraa hiriirri keessatti geggeeffame jidduu Baahirdaar, Goondar, Dabra Birhaan, Dabra Taaboor, Saqooxaa,Hayiqi, Dasee fi magaaloota biroo keessatti tahuu…
Guutuu Dubbisi »










