Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ispeen Gamtaan Awurooppaa Falasxiiniif beekamtii guutuu akka kennu gaafatte
Mootummaan Ispeen dhimmi beekamtii Falasxiin Gamtaa Awurooppaa keessatti hattatamaan murtii akka argatuuf ciminaan kan hojjatu tahuu hime. Ministeerri haajaa alaa…
Guutuu Dubbisi » -

DhDUO maqaa isaa gara PDO jijjiiruu ibse
Paartiin Naannoo Oromiyaa bulchaa jiru DH.D.U.O kora isaa 9ffaa magaalaa Jimmaatti kan geggeessaa jiru yoo tahu, guyyaa har’aa maqaa paartichaa DhDUO…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹ Jarman meeshaalee waraanaa Sa’udii gurguruuf akka taate gabaafame
Paartileen Biyya Jarman kan bulchiinsa mootummaa keessaa qooda qaban, garee Yaman keessatti lola gaggeessaa jiru hundaaf meeshaan waraanaa akka hin…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeera Paakistaan Malik Salmaan waliin mari’ate
Imraan Khan baatii dabre Muummicha ministeeraa Paakistaan tahuun eega filatamee booda, daaw’annaa biyyoota Baha jiddugalaa kaleessa gara Sa’udii imaluun jalqabe.…
Guutuu Dubbisi » -

Namoonni 364 jeequmsa magaalaa Burraayyuutti ka’e qindeessuun shakkamanii toohannaa jala oolan.
Walitti bu’iinsa dhiheenya kana naannawa magaalaa Buraayyuutti muudateen namoonni hedduun ajjeefamuun qabeenyis saamame jira. Yakka kanaan walqabatee namoonni 364 shakkamanii…
Guutuu Dubbisi » -

Kooriyaan Kaabaa Buufata Yaalii Misaa’elaa cufuuf walii galte
Prezdaantiin Kooriyaa Kibbaa Moon Jae-In Kibxata kaleessa gara Kooriyaa Kaabaa imaluun, Pyongyang keessatti Prezdaant Kim Jong-Un waliin mari’ate. Prezdaant Moon…
Guutuu Dubbisi » -

Israa’el haleellaa Gaazaa keessatti raawwatteen Falasxiinota lama ajjeeste
Ministeerri Fayyaa Falasxiin akka jedhetti, reeffi dargaggoota lamaanii Kibba Gaazaa daangaa Israa’el irratti halkan edaa argame. Waraanni Israa’el ibsa baaseen,…
Guutuu Dubbisi » -

Ruusiyaan humni qilleensa Suuriyaa dogongoraan Xiyyaara isii rukutuu beeksifte
Mootummaan Ruusiyaa ibsa baaseen, humni qilleensa Suuriyaa halellaa Xiyyaaronni Isra’eel raawwaataa turan osoo qolataa jiru, dogongoraan Xiyyaara waraana keennaa rukute…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Turkiyaa fi Ruusiyaa Idliib keessatti naannawa lola irraa bilisa tahe daangessuuf walii galan
Prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan Isniina har’a gara Ruusiyaa imaluun, magaalaa Soochii keessatti Prezdaant Vilaadmiir Puutiin waliin dhimma Suuriyaa irratti mari’ate.…
Guutuu Dubbisi » -

Kitaabni Tafsiira Qur’aanaa Afaan Oromootiin Qophaa’e Eebbifame
Kitaaba Tafsiira Qur’aanaa Afaan Oromootiin qophaa’e kana qopheessuu irratti Ulamaa’onni hedduun kan irratti hirmaatan yoo tahu, guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee…
Guutuu Dubbisi »










