Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Weeraraa fi Ajjeechaan Liyyuu Poolisii naannoo Somaalee Godina Harargee Bahaa keessatti raawwattu hammaatee itti fufee jira
Torbaan lameen dabran keessatti qofa aanaalee Mayyuu Mulluqqee fi Cinaaqsan irraa haleellaa liyyuu poolisiitiin yoo diqqaate lubbuu nama 65 oliittu…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Ulamaa’ota Afrikaa Magaalaa Makkaa kessatti jalqabame.
Korri kun Marsaa lammaffaaf yoo tahu, kora kana irratti ulamaa’onni dhimmoota Muslimoota Afrikaa irratti ni mari’atu. Ityoophiyaa bakka bu’uun Ulamaa’onni…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Adda Bilisumaa Oromoo (ABO) Finfinnee seene.
Torbee darbe jilli mootummaa Ityoophiyaa prezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa fi ministeera haajaa alaatiin durfamu gara Eertiraa imaluun, hooggantoota ABO waliin…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Lammiilee Oromoo magaalaa Adaamaa qubsiifaman irratti raawwatameen lubbuun nama tokko darbe
Haleellaa kaleessa galgala lammiilee Oromoo qe’ee fi qabeenya isaanii irra waraana liyyuu poolisii naannoo Somaaleetiin buqqifamanii magaalaa Adaamaa qubsiifaman irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Breaking News; Lammiilee Oromoo naannoo Somaalee irraa buqqifamuun naannawa Adaamaa qubsiifaman manneen irraa gubaman
Guyyaa har’aa hordoftoonni amantaa kiristaanaa ganda Qacamaa jedhamu keessa jiraatan, oduu sobaa “Ummanni achitti qubsiifame bataskaana keenya nuurraa gubuuf”jechuun hordoftoota…
Guutuu Dubbisi » -

Simannaa Jila OMN magaalaa shaashamannee irratti yoo xiqqaate lubbuun nama 3 dabre.
Ummanni Magaalaa Shaashamannee Guyyaa har’aa Aktiiviistii fi Daayreektara OMN Obbo Jawaar Muhammad fi garee Oromiyaa Miidiyaa Neetwork simatuuf kan bahan…
Guutuu Dubbisi » -

Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee Aanaa Mayyuu Mulluqqee keessatti haleellaa raawwateen namoonni heddu ajjefaman
Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee guyyaa har’aa Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Mulluqqee Araddaa Roggee jedhamu keessatti haleellaa raawwateen, yoo xiqqaate…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Ahmad Shidee Dura Taa’aa Paartii Dimokiraatawaa Ummata Somaalee Itoophiyaa ta’uun filatame
Koreen giddu galeessa Paartii Dimokiraatawaa Ummata Somaalee Ityoophiyaa guyyoota sadan darbanitti rakkoo naannicha keessatti muudate irratti marii geggeessaa ture xumuruun,…
Guutuu Dubbisi » -

Korri tokkummaa fi Tumsa Ulamaa’ota Itoophiyaa Milkiin goolabame
Walgahiin koree Hawaasa muslimaa Jijjiirama dhaabbataa fiduuf muummicha ministeeraatiin hundaayeen qophaa’e kun magaalaa Finfinnee Hoteela Kaapitaal keessatti kan geggeefame yoo…
Guutuu Dubbisi »










