Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Injinar Taakkalaa Uumaa Itti Aanaa Kantiibaa maagaalaa Finfinnee ta’uun muudame
Injinar Taakkalaa Uumaa Itti gaafatmaa Biiroo Geejjiba Oromiyaa kan ture yoo tahu, Manni Marii magaala Finfinnee walgahii ariifachiisaa guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaan buufata Asab fayyadamuuf sochii jalqabde
Dubbi himaan Ministeera Haajaa Alaa obbo Mallas Alam har’a ibsa kenneen, “Itoophiyaan buufata Asab fayyadamuuf sochii jalqabdee jirti”jedhe. Sochiilee qabatamaan…
Guutuu Dubbisi » -

Madrasaan Salafiyaa Magaalaa Roobeetti argamu Barattoota Hifzii Qur’aanaa 108 Eebbisiise
Madrasaan kun barattoota Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture guyyaa hardhaa kan Eebbisiise yoo tahu, sagantaa Eebbaa kana irratti keessummoonni fi hawaasni…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Goondariitti Konfiransiin guddaan geggeeffame
Guyyaa har’aa naannoo Amaaraa magaalaa Goondaritti Konfiransiin mataduree Nagayaa fi Tokkummaa jedhuuun qophaa’e haala hoo’aa taheen geggeeffamee jira. Sagantaa kana…
Guutuu Dubbisi » -

CD’n Nashiidaa Ustaaz Kamaal Heebboo Eebbifame
CD’n Nashiida Ustaaz Kamaal Heebboo guyyaa Hardhaa magaalaa Baalee Roobeetti hala ho’aa taheen Eebbifamaa jira. Sagantaa Eebbaa kana irratti Ulamaa’onni,…
Guutuu Dubbisi » -

Isra’eel Gaazaa keessatti Haleellaa Boombii raawwatte
Haleellaan Isra’eel guyyaa har’aa qilleensa irraan Gaazaa keessatti raawwate kun eega bara 2014 asitti isa hamaa tahuu gabaasni arganne ni…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii Finfinnee seene
Jilli mootummaa Eertiraa Prezdaant Isaayyaas Afaworqiitiin hoogganamu yeroo ammaa Finfinnee kan seene yoo tahu, Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmadii fi…
Guutuu Dubbisi » -

Weerarri Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee godinoota Oromiyaa daangaa naanichaatti argaman keessattiĀ hammaatee jira
Liyyuu poolisiin naannoo Somaalee Godinoota Harargee lamaanii, Baalee, Gujii fi Booranaa keessatti raawwatu hammeessee jira. Guyyaa hardhaa Godina Harargee Lixaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Doolaara miiliyoona 15 kennuu beeksise
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Itoophiyatti Ejensiin Fandii Deeggarsaa lammiilee sababa walitti bu’iinsaatiin qeyee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’aniif deeggarsa Doolaara miiliyoona…
Guutuu Dubbisi » -

Manni murtii ol’aanaa godina Harargee Lixaa namoota ajjeechaan himataman hidhaa cimaa waggaa 20tiin adabe.
Godina Harargee lixaa aanaa Bookee Keessatti bara dabre hiriira mormii namoonni hidhaman nuuf haa hiikkaman jechuun ummanni bahe irratti lubbuun…
Guutuu Dubbisi »










