Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ulamaa’onni biyya keenya kan Ameerikaa Kaabaa keessa jiraatan Murtii Ulamaa’onni gurgguddoon biyya keessaa dabarsan kan deeggaran tahuu ibsan
Ulamaa’onni kunniin Ameerikaa fi Kanadaa irraa Konfiraansii Masjiida Asraar kan Kanadaa magaalaa Edmantan irratti hirmaatuuf kan argaman yoo tahu, Murtii…
Guutuu Dubbisi » -

Jiraattonni Magaalaa Ahmad Imaam lammiilee daangaa aanaa Cinaaqsan irraa buqqifamaniif deeggarsa godhan
Weerarri Liyyuu Poolisiin naannoo Soomalee godina Harargee bahaa aanaa Cinaaqsan keessatti geggeessu akkuma itti fufetti jira. Sababa kanaan lammileen daangaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Abdurrahmaan Huseeniif (Xaalibu Ridallaah) Sagantaan Simannaa Ho’aa tahe Magaalaa Shaashamanneetti godhame
Guyyaa hardhaa July 1/2018 Amiira walii galaa Garee Sumayyootaaf Bilaalotaa garee Sumayyootaa fi Bilaalotaa akkasumas hoogganaa Miidiyaa Nuuralhudaa kan tahan…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi lammiilee Suuriyaa torbaan lamaan dabran keessaa magaalaa Dar’aa gad lakkisanii baqatan 200,000 gahe
Lammiileen Suuriyaa kunniin haleellaa waraanni mootummaa magaalaa Dar’aa keessatti geggeessaa jiru hordofuun magaalattii gad lakkisanii kan baqatan tahuu, gareen “Syrian…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹ Jilli Adda Bilisummaa Oromoo Tokkoome Finfinnee seene
Addi Bilisummaa Oromoo Tokkoome Birgaadeer Jeneraal Hayiluu Gonfaatiin kan hoogganamu yoo tahu, waamicha Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad dhaabbilee mormitootaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’onni Gurguddoon Baha Oromiyaa keessa jiran Mootummaan Hatattamaan Gaafii Mirgaa Hawaasni Muslimaa kaaseef deebisaa akka keennu gaafatan
Ulamaa’onni kunniin guyyaa kaleessaa June 30/2018 iddoo adda addaa irra walitti dhufaan wal gayuudhaan, Jijjiirama yeroo ammaa biyyattii keessatti muldhataa…
Guutuu Dubbisi » -

Wixineen seeraa dhaabbilee Siyaasaa sadi shororkeessummaa irraa haquuf qophaaye paarlaamaaf ergame
Paarlaamaan Itoophiyaa kanaan dura Adda Bilisummaa Oromoo, Ginbot-7 fi Addaa Bilisummaa Biyyoolessa Ogaadeen, dhaabbiilee shororkeessaati jechuun labsuun isaa ni yaadatama.…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi Baqattoota bara kana Ameerikaa seenanii xiqqaachuun gabaafame
Lakkoofsi baqattoota bara kana Ameerikaan guutuu addunyaa irraa qubsiifte hanga ammaatti 16,000 yoo tahu, hanaga dhuma bara kanaatti ammoo dabalataan…
Guutuu Dubbisi » -

Maleezhiyaan loltoota isii Sa’udii keessaa baasuuf kan qophaayaa jirtu tahuu beeksifte
Ministeerri Ittisa Maleezhiyaa Muhammad Sabu ibsa guyyaa kaleessaa kenneen, mootummaan biyyattii haaraya filatame dhimma biyyoota baha jiddu galeessaa irratti tarsiimoon…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Itoophiyaa Wixinee Labsii Dhiifamaa Raggaasise
Manni marii bakka bu’oota ummataa Walgahii Idilee Caamsaa darbe geggeesse irratti wixinee labsii dhiifamaa dhihaateefii ture, bal’inaan akka qoratamuuf gara…
Guutuu Dubbisi »










