Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Gamtaan waraana Arabaa buufata Xiyyaara Hudeeydaa too’achuu beeksise
Gamtaan waraana Arabaa Sa’udii fi Emreetiin hoogganamu waraana lafoo mootummaa Yaman waliin tahuun, torbee dabre magaala Hudeeyda tan to’annaa finciltoota…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Sheikh Amiin Ibrootiin durfamu magaaloota adda addaa Sagantaa Da’waa eegale.
Jilli kun waggaa waggaan baatii soomanaa booda magaalota adda addaa keessa deemuun ummata kan dammaqsu yoo tahu, bara kanas sagantaa…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalaakayaa Magaalaa Jimmaa Keessatti ummata irratti dhuukaasuun gabaafame.
Guyyaa hardhaa ummanni magaalaa Jimmaa fi naannawa isii namoota hidhaa irraa lakkifaman Siimatuuf iddoo adda addaa irra waliitti dhufuun Istaadiyoomii…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Hooggantoonni godinaalee fi aanaalee naannoo Kibbaa kanneen dhiheenya waldhabbiin keessatti uumamee ture aangoo isaanii akka lakkisan gaafate.
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara naannoo Sabaa fi sablammoota ummata kibbaatti imaluun magaalota Hawaasaa, Walaayitaa Soddoo fi Walqixxee keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Mana marii mirga namoomaa keessaa bahuu ibsite.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ambaasadarri Ameerikaa Mrs. Nikii Heliiy ibsa midiyaaleef kennite irratti “sababni Ameerikaan mana marichaa keessaa bahuuf murteessiteef, dhaabatichi…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Eertiraa dhimma nageenyaa irratti Itoophiyaa waliin marii jalqabuuf kan murteesse tahuu beeksise
Prezdaant Isaayyaas Afaworqii dhimma nageenya biyyoota lamaanii irratti mariin akka jalqabamuuf dhiheenyatti Jilli qondaaltotaa tokko gara Itoophiyaatti kan ergamu tahuu,…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan Alangaa Federaalaa Namoonni hidhamtoota irratti miidhaa hamilee fi qaamaa dhaqqabsiisan kan qorataman tahuu ibse.
Manneen hidhaa biyyattii keessatti namoonni yakkamanii hidhaman sababa qorannoo gaggeessina jedhuun gochi sukkaneessaan isaan irratti raawwatamaa akka ture eega hidhaa…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Zeeynuu Jamaal Komishiinara Poolisii Federaalaa tahuun mudame.
Dhiheenya kana Komishiinara Poolisii Federaalaa tahuun kan muudamee ture Obbo Yareed Zarihuun sabaaba dhibeetiin aangoo irra turuu akka hin dandeenye…
Guutuu Dubbisi » -

Dr Yinnaagar Dasee hoogganaa Baankii Biyyooleessaa tahuun muudame
Dr Yinnaagar Dasee hoogganaa Komishiinii Karoora Biyyoolessaa kan ture yoo tahu, Isniina Kaleessaa Obbo Taklawold Axnaafuu kan yeroo dheeraaf Baankii…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Isra’eel loltoota isaa Viidiyoo waraabuu fi Suuraa Kaasuu seera dhoorku labsuudhaaf qophaayaa jira
Wixineen seeraa paarlaamaan biyyattii qopheesse kun mootummaa Isra’eeliin fudhatama argatee jira. Mootummaan Isra’eel “wixineen kun suuraalee fi vidiyoo loltoota keenya…
Guutuu Dubbisi »










