Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Lammiileen Indoneezhiyaa sochii Ameerikaan Imbaasii Isii gara AL-QUDSI jijjiiruuf jalqabde balaleefatan.
Mootummaan Ameerikaa dhuma waggaa darbee labsii Imbaasii isaa kan Isra’eel magaalaa Telaviiv keessaatti argamu gara magaalaa Al-QUDSI jijjiiru labsuun ji’a…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Itoophiyaa 3000 tahan Manneen Hidhaa Suudaan fi Keeniyaa irra gad-lakkifaman
Mummichi mnisteera Itoophiyaa Daw’annaa huii Suudaan fi Keeniyaa keessatti geggeesseen lammileen Itoophiyaa biyyoota lamaan keessatti hidhaa irra iran akka lakkifamaniif…
Guutuu Dubbisi » -

Waldaan Tokkummaa Ijoollee Waaqoo Guutuu lammiilee buqqifamaniif gargaarsa godhe
Jiilli Ustaaz Haaji Aliyyi Diidootiin durfamu gargaarsa waldaan Tokkummaa Ijoollee Waaqoo Guutuu jedhamu gumaache lammiilee daangaa Somaalee irraa buqqifamanii Godina…
Guutuu Dubbisi » -

Dr Mahatiir Muhammad muummicha ministeera Maleeshiyaa tahuun muudame
Filannoo Maleeshiyatti geggeeffameen Dr Mahatiir Muhammaad paartii waggoota 60f hooggane kan Barisan National Coalition jedhamu gad lakkisuun, paartii mormituu Pakatan…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Ustaaz Raayyaan durfamu boottee bishaanii lama ummata nannoo Soomalee irraa buqqa’eef bite.
Jilli Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaatiin durfamu lammiilee Oromoo Mootummaa Naannoo Sumaaleetiin qe’eefi qabeenya isaanii irraa buqqifamaniif boottee bishaanii lama bituun…
Guutuu Dubbisi » -

Mormiin Godina Gujii keessaatti geggeeffamu ammas itti fufee jira.
Guyyaa hardhaa godina Gujii magaaloota adda addaa keessatti ummanni mormii godhu itti fufee jira. Magaaloota mormiin keessatti godhamaa jiru jidduu…
Guutuu Dubbisi » -

Hayyamni dhaabbata Midrook Gold yeroof uggurame
Dhaabbatni Midrook Gold waggaa 20f iddoo albuuda Laga Dambii dhuufanchuun Albuuda warqii fi kanneen biree kan oomishaa ture yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni ummu Salaamaa fi Abuubakri barattoota isaa Eebbisiise
Markaazni Ummu Salaamaa fi Abuubakri kan aanaa Midhaagaa Tolaa keessatti argamu guyyaa kaleessa barattoota dhiiraa fi Shamarranii Hifzii Qur’aanaa barsiisaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mormiin Godina Gujii keessaatti geggeeffamu ammas itti fufee jira.
Mormiin Haaromfamamuu hayyama Kampaanii Midrok Gold hordofuun godinaalee Gujii keessatti jalqabame guyyaa hardhaatis itti fufee jira. Guyyaa hardhaa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Halleellaa Boombii magaalaa Gaazaa keessatti raawwatameen namoonni shan ajjeefaman
Haleellaa Boombii galgala har’aa magaalaa Gaazaa keessatti raawwatameen namoonni shan kan ajjeefaman tahuu ministeerri fayyaa falasxiin beeksise. Namoonni sadi ammoo…
Guutuu Dubbisi »










