Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Godina Arsii Bahaa aanaa Saguree ganda Lolee Abosaraatti lammiilee Oromoo Naannoo Somalee irraa buqa’aniif deeggarsi godhame.
Godina Arsii Bahaa aanaa Saguree ganda Lolee Abosaraatti lammiilee Oromoo Naannoo Somalee irraa buqa’aniif deeggarsi godhame. Deeggarsi kun lammiilee Oromoo…
Guutuu Dubbisi » -

Murtiin Doonaald Traamp Addunyaa Guutuu Dallansiise.
Murtii Traamp waa’ee Magaalaa Al Quds irratti dabarse hordofee, mormiin jiru addunyaa waliin gahutti jira. Eeshiyaa irraa kaasee hanga Afriikaa…
Guutuu Dubbisi » -

Yuunivarsitii Addigiraatitti Barattoonni 5 ajjeefaman.
Yuunivarsitii Addigiraati kan naannoo Tigraayitti argamutti kaleessa irraa jalqabee dhalattoonni naannoo Tigraayi, barattoota naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraa irraa dhufan…
Guutuu Dubbisi » Waraanni Maleezhiyaa Magaala Al-Qudsi diina irraa ittisuuf qophii tahuu beeksise.
Ministeerri ittisa Maleezhiyaa murtiin Traamp kan magaalaa Al-qudsi “magaalaa guddoo Isra’eel” jechuun labse, Muslimoota addunyaa hunda fuula keessa kabaluudha jechuun…
Guutuu Dubbisi »Gamtaan Biyyota Araabaa murtii Donaald Traamp balaaleffate
Labsii prezdaantii Ameerikaa kan Al-Qudsi/Jerusalem “magaalaa guddoo Isra’eeliiti”jedhu hordofuun, gamtaan biyyoota Arabaa walgahii ariifachiisa magaalaa Kaayiroo keessatti jalqabe. Baniinsa Walgahii…
Guutuu Dubbisi »-

halleellaa Israa’el magaalaa Gaazaa irratti raawwatteen lammiileen Falasxiin lama ajjeefaman.
haleellaa Isaraa’eel xayyaara waraanatiin magaalaa Gaazaa irrattiĀ Raawwatteen, yoo xiqqaate namoonni lama kan du’an tahuu ministeerri Fayyaa Falasxiin beeksise. Haleellaa…
Guutuu Dubbisi » Ibidda Magaalaa Los Anjelesitti babal’ataa dhufe hordofuun Donaald Traamp labsii yeroo muddamaa baase.
Ameerikaa Kutaa Kaalifoorniyaatti ibiddi bosonatti eegaa qabate guyyaa 5 gahee jira. Balaa ibidda kanaatiin lammiileen 200,000 ol qehee isaanii irraa…
Guutuu Dubbisi »-

Mootummaan Itiyoophiyaa Softweera basaasaa fayyadamuun Aktiivistoota kan basaasaa jiru ta’u "Human Right watch" beeksise
Dhaabbanni mirga namaatiifi falmu “Human Right watch” qorannoo Wirtuun sitiziin lab jedhamu kan teessoo isaa Kanaadaa keessa godhate bu’uureffatuun mootummaan…
Guutuu Dubbisi » Labsii Prezdaantiin Ameerikaa Al-Quds magaalaa guddoo Isra’eel jechuun baase hordofuun mormiin cimee itti fufee jira.
Lammiileen Falasxiin guyyaa sadiif mormii cimaa kan geggeessaa jiran yoo tahu, mormii naannawa weest Baankii fi baha Al-Qudsiitti geggeeffame irratti…
Guutuu Dubbisi »Muslimoonni Afgaanistaan Labsii Traamp Mormuun hiriira bahan.
Magaaloota Afghaanistaan hedduu keessaatis ummanni Muslimaa Jum’aa Har’aa labsii Traamp Al Quds magaalaa guddoo Isra’eeliiti jechuun labse mormuun hiriira bahe
Guutuu Dubbisi »





