Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
Gamtaan Biyyoota Islaamaa Al-QUDSI magaalaa guddoo Falasxiin jechuun labse.
Gamtaan Biyyoota Islaamaa dhimma Al-Qudsi ilaalchisee walgahii Ariifachiisaa magaalaa Istaanbul keessatti geggeessaa jiruun “Al-Qudsi magaalaa guddoo Falasxiin” jechuun mormii tokko…
Guutuu Dubbisi »Haleellaa gamtaan waraana biyyoota Arabaa magaalaa Sana’aa keessatti raawwateen lammiileen Yaman heddu ajjeefaman.
Haleella Arba’aa har’aa gamtaan waraana biyyoota Arabaa Sa’udiin durfamu Xayyaarota waraanaatiin buufata Poolisii magaalaa Sana’aa keessatti argamu irratti raawwateen, hidhamtoota…
Guutuu Dubbisi »Magaalota godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti mormiin cimaan geggeeffamaa jira
Duguggaa Sanyii godina Harargee bahaa aanaa Meettaa keessatti waraanni Makkalaakayaa raawwate hordofuun, godinaalee Oromiyaa adda addaa keessaatti mormiin cimaan geggeeffama…
Guutuu Dubbisi »Ameerikaan dhimma Niwukileeraa irratti Kooriyaa Kaabaa waliin haal-duree tokkoon maletti mari’achuuf waamicha goote
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Riiks Tilarsan, Mootummaan Ameerikaa dhimma Niwukileera Kooriyaa Kaabaa ilaalchisee haalduree tokko malee prezdaant Kim Jong-Un waliin…
Guutuu Dubbisi »-

Gamtaan biyyoota Islaamaa dhimma Al-qudsi irratti walgahii Ariifachiisaa jalqabe
Walgahii ariifachiisaa Gamtaan biyyoota Islaamaa guyyaa har’aa magaalaa Istanbul keessatti jalqabame kana Turkiyaan kan yaamte yoo tahu, labsii Traamp magaalaan…
Guutuu Dubbisi » -

Ibiddi Bosona Kaalifoorniyaatti Qabate Ammas Torban 2ffaaf Belbelutti Jira.
Ibidii bosona Kaalifoorniyaatti qabate ammas belbelutti jira. Belbelli ibiddaa kun dachii Magaalaa New York fi Boston walirratti caalu belbelchutti jira.…
Guutuu Dubbisi » Dardara Ganna 16 Waraana 20n
Gootichi Footoo irratti argitan kun Fawzii Al Juneydii jedhama. umriin isaa 16. Waraana Israa’el kan meeshaa waraanaa guutuu hidhatee isa ajjeesuuf itti…
Guutuu Dubbisi »Waraanni Makkalakayaa dargaggoota Sirna Awwalchaa irratti hirmaatuuf gara Calanqootti Imalan rasaasaan rukkute
Guyyaa kaleessaa waraanni Makkalaakayaa godina Harargee bahaa aanaa Meettaa magaalaa Calanqootti namoota 15 ajjeessuu Isiiniif gabaasuun keenya ni yaadatama. Guyyaa…
Guutuu Dubbisi »Magaalaa Calanqootti waraanni Makkalaakayaa namoota 15 ajjeessuun gabaafame.
Godina Harargee bahaa magaalaa Calanqootti waraanni Makkalaakayaa ummata hiriira bahe irratti dhuukaasa banuun, namoota 15 kan ajjeesse tahuu odeeyfannoon argame…
Guutuu Dubbisi »Muslimoonni Galmee Nabiyyuu Siraaj fi Khadiir Muhammad jalatti yakkaman adabbiin hidhaa hir’ifameefi akka hiikaman murteeffame.
Manni murtii Federaalaa kanaan dura muslimoota kanniin yakka koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa fi muslimoota gaafii mirga amantaa ummanni kaasen…
Guutuu Dubbisi »

