Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
Imbaasii Ameerikaa magaalaa guddoo Indooneezhiyaa keessatti argamu fulduraati, ummanni Muslimaa Jum’aa har’aa labsii Traamp mormuun hiriira cimaa geggeesse.
Imbaasii Ameerikaa magaalaa guddoo Indooneezhiyaa keessatti argamu fulduraati, ummanni Muslimaa Jum’aa har’aa labsii Traamp mormuun hiriira cimaa geggeesse.
Guutuu Dubbisi »Walitti Bu’iinsa Waraana Israa’eliifi Lammiilee Falasxiin Jiddutti Uumameen, Namoonni Haga 4 Miidhaman.
Lammiileen Falasxiin Labsii Doonaald Traamp Momraa oolan. walitti bu’iinsa waraana israa’eliifi lammiilee falasxiin jiddutti uumameen, namoonni haga 4 miidhamaniiru.
Guutuu Dubbisi »-

Galmeen ol iyyannoo Koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa akka ilaalamu hayyamame.
Koree furmata barbaadduu hawaasa muslimaa kan galmee Ustaaz Abubakar Ahmad jalatti, himatamanii hidhaman irratti waggaa lama dura badii raawwatan jechuun…
Guutuu Dubbisi » -

Barattoonni Yuunivarsitii Bulee Horaa waraanni mootummaa nu dararaa jira jedhu.
Barattoonni Yuunivarsitii Bulee Horaa weerara waraanni Liyyuu Poolisii naannoo Soomalee daangaa Oromiyaa cehuun raawwata jiru fi qajeelfama ministeerri barnootaa “barattoonni…
Guutuu Dubbisi » Ameerikaa Kutaa Kaalifoorniyaa: ibiddi bosonatti qabate lammiilee biyyattii heddu qubsumarraa buqqise.
USA kutaa Kaalifoorniyaa keeysatti ibiddi bosonatti qabate lammiilee biyyattii kumaatamaan lakkaawaman qubsuma isaanii irraa buqqise. jaarmayaaleen heddus ibidda kanaan barbadaawaniiru.
Guutuu Dubbisi »-

Doonaald Traamp Magaalaan Al-Quds Magaalaa Guddoo Israa’eliiti Jechuun Labse.
Prezdaant Traamp bara dabre yeroo duula filaannoo gaggeeysaa tureetti wantoota wadaa ummata Ameerikaatiif gale keessaa tokko, Imbaasii Ameerikaa kan Telaaviiviitti…
Guutuu Dubbisi » Lammiileen Falsxiin Murtii Ameerikaa mormuun hiriira mormii guyyaa sadihiif turu jalqaban
Donaald Traamp labsii “magaalaa Al-Quds/Jerusalem magaalaa guddoo Isra’eeliiti” jedhu Arba’aa hardhaa kan beeksisu tahuu Waayit Haawus eega mirkaneessee booda, biyyoonni…
Guutuu Dubbisi »Donaald Traamp Imbaasii Ameerikaa Telaaviiv irraa gara al-Qudsitti jijjiiruuf kan karoorfate tahuu, Prezdaant Mahmuud Abbasitti bilbilaan hime.
Donaald Traamp Imbaasii Ameerikaa Telaaviiv irraa gara al-Qudsitti jijjiiruuf kan karoorfate tahuu, Prezdaant Mahmuud Abbasitti bilbilaan kan hime tahuun gabaafame.…
Guutuu Dubbisi »-

Biyyoonni Gamtaa Galoo Galaana Arabiyaa walgahii idilee jalqaban
Walgahiin idilee biyyoota galoo galaana Arabiyaa Magaalaa Kuweeyt keessatti guyyaa har’aa kan jalqabame yoot tahu, Amiirri Kuweeyt Shekh Sabaah Al…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’aad Hariirii labsii taaytaa gad lakkisuuf baasee ture guutumatti kan kaase tahuu beeksise.
Muummichi ministeera Lubnaan Sa’aad Hariirii ji’a dabre keessa Sa’udii irraa taaytaa kan gadi dhiise tahuu beeksisuun isaa ni yaadatama. Mootummaan…
Guutuu Dubbisi »





