Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ameerikaan waajjira Dhaabbata Bilisummaa Falasxiin kan magaalaa Waashingtan keessa jiru kan hin cufne tahuu beeksifte
Mootummaan Ameerikaa torbee dabre keessa waajjira Dhaabbata Bilisummaa Falasxiin(PLO) kan magaalaa Washingitan keessatti argamu cufuuf akka tahe beeksisee kan ture…
Guutuu Dubbisi » Mootummaan Federaalaa Wal-dhabbii Naannoo Oromiyaa fi Somaalee jiddutti ka’een walqabatee shakkamtoota 103 to’annaa jala oolchee jira jedhe
Ministera Dhimmoota Komunikeeshiinii Mootummaa kan tahe Doktor Nagarii Leencoo ibsa guyyaa har’aa Sadaasa 16/2010 gaazexessitotaaf kenne irratti, waldhabbii Naannoo Oromiyaa…
Guutuu Dubbisi »-

Haleellaa Masjiida Masrii tokko irratti raawwatameen yoo diqqaate namoonni 235 ajjeefaman.
Haleellaan kun Kaaba Misraa kutaa Sinaayi magaalaa Ariish keessatti masjiida Rawdaa jedhamu irratti salaata Juma’aa booda , Boombiifi rasasaan kan…
Guutuu Dubbisi » Emarsan Munangaagwaa Prezdantii Zimbaabwee godhamee muudame.
Emersan Munangaagwaa guyyaa har’aa November 24, 2017 Magaalaa gudditti Zimbaabwee Haraaree keessatti, Kitaaba itti amanu qabatee biyya isaatiif kakatee aangoo…
Guutuu Dubbisi »-

Mootummaan Sa’udii namoota beekkamoo too’annaa jala oolche dararaa jiraachuu "Daily Mail" gabaase.
Mootummaan Sa’udii namoota beekkamoo maqaa malaammaltummaatiin too’annaa jala oolche, bitamtoota biyya alaa qaxaree kan dararaa jiru ta’uu “Daily mail” gabaase. Torbaan…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Harargee Lixaatti talaalliin mana barumsaatti ijoolleef keenname miidhaa dhaqqabsisuun dhagahame.
Godina Harargee lixaa aanaa Odaa Bultum magaalaa Baddeessaa fi gandoota Baadiyaa naannawa san jiranitti, guyyaa kaleessaa ogeeyyonni fayyaa talaallii kennina…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan “Mootummaan Miyaanmaar Muslimoota Rohingiyaa Irratti Duguuggaa sanyii raawwataa jira” jechuun labsite.
Mootummaan Ameerikaa ibsa Roobii kaleessaa baase kanaan , dararaan Muslimoota Rohiingiyaa irratti adeemsifamaa jiru duguuggaa sanyii akka ta’e labsuun, qondaaltota…
Guutuu Dubbisi » Godina Jimmaatti Konfiransiin guddaan geggeeffame.
Konfiransiin kun mataduree Nageenyaa fi misooma jedhuun kan qophaa’e yoo tahu hawaasni muslimaa magaalaa Jimmaa fi naannawa isii akkasumas Ulamaa’onni…
Guutuu Dubbisi »-

Paartiileen Falasxiin xumura bara dhufuu filannoo adeemsisuuf walii galan
Paartiileen Falasxiin mootummaa tokkoome ijaaruudhaaf filannoo waliigalaa dhuma bara 2018 keessa geggeessuuf kan waliigalan tahuu, ibsa gamtaan guyyaa kaleessaa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » Roohingiyaa UPDATE
Mootummaan Ameerikaa ibsa Roobii kaleessaa baase kanaan , dararaan Muslimoota Rohiingiyaa irratti adeemsifamaa jiru duguuggaa sanyii akka ta’e labsuun, qondaaltota…
Guutuu Dubbisi »






