Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
Manni Murtii Zeheeg Ratko Mladich irratti yakka duguuggaa Sanyii raawwateef adabbii hidhaa umrii guutuu murteesse.
Manni murtii Zeheeg kan yakka Waraana Boosinyaatti raawwatame ilaaluudhaaf U.Niin dhaabbate, hoogganaa waraana Sarbootaa kan ture Ratko Mladich yakka dugguuggaa…
Guutuu Dubbisi »-

Sa’aad Hariirii gara Lubnaan deebi’e
Muummicha Ministeera Lubnaan kan ture Sa’aad Hariirii, torbaan lama dura Sa’udii irraa taayitaa isaa gad lakkisuueega beeksisee booda, biyyoonni lamaan…
Guutuu Dubbisi » -

Israa’el Baqattoota Afrikaa Ari’uuf Karoorsite.
Karoorri Ministeera dhimmaa biyyaa keessaatii fi dhimma tasgabbii Isra’eel baase akka ibsutti, mootummaan Israa’el baqattoota lammiilee Afrikaa gara Ugaandaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Roobart Mugaabee Taayitaa lakkise.
Jaarsii umrii 93 kan waggaa 38tiif Prezdaantii Zimbaabiwee tahuun bulchaa ture Robert Mugaabee aangoo lakkise. Mugaabeen angoo fedhiin gad lakkisuu…
Guutuu Dubbisi » Manni Murtii Ol’aanaa Keeniyaa Injifannoo Prezdaant Uhuuruu Keeniyaataa Raggaasise
Filannoo Prezdaantii Keeniyaa October 26 irraa deebiin geggeeffamee ture, Uhuruu Keenyaataa injifatuu Komishiiniin Filannoo biyyattii labsee ture. Haata’u malee paartiin…
Guutuu Dubbisi »Ustaaz Ahmaddiin Jabal Hayyama Wal’aansaa Argate.
Miseensa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan tahe Ustaaz Ahmaddiin Jabal, mana hidhaa keeysatti dhukkubsatee sababaa wal’aansa gahaa dhabuutiin dhibeen…
Guutuu Dubbisi »-

Mootummaan Masrii waa’ee hidha Laga Abbaaay ilaalchisee Itoophiyaa Akeekkachiise.
Prezedaantiin Masrii Abdul-Fattah Alsisi waa’ee hidha laga Abbaaya ilaalchisee, mootummaa Itoophiyaa akeekkachiisuu isaa gabaasni Washington Post ni mul’isa. Prezedaant Alsisiin,…
Guutuu Dubbisi » Dhaabbanni gamtaa biyyoota Arabaa walgahii ariifachiisaa magaalaa Kaayiroo keessatti jalqabe.
Dhaabbanni gamtaa biyyoota Arabaa Alhada hardhaa walgahii ariifachiisaa ta’e magaalaa Kaayiroo keessatti kan jalqabe yoo tahu, walgahii kana irratti ministeeronni…
Guutuu Dubbisi »Paartiin Zimbaabwee Bulchaa Jiru Robart Mugaabee Hooggansa Irraa Buuse
Paartiin Zaanu-PF jedhamu kan Prezdaant Robert Mugaabeen hoogganamaa ture, Prezedaantichaa taayitaa irraa busuunn, itti aanaa Prezedaantii kan ture Emerson Mnangawa…
Guutuu Dubbisi »




