header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Godina Jimmaatti Konfiransiin guddaan geggeeffame.

Konfiransiin kun mataduree Nageenyaa fi misooma jedhuun kan qophaa’e yoo tahu hawaasni muslimaa magaalaa Jimmaa fi naannawa isii akkasumas Ulamaa’onni gurguddoo Godina Jimmaa keessa jiraanis irratti kan hirmatan tahuun beekameera.

Konfiransii kana irratti Ustaaz Ahmaddiin Jabalii fi obboleeyyan muslimaa badii tokkoon alatti hidhaan dararamaa jiraaniif du’a’iin godhamee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button