Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Manni Murtii Jarmanii tokko himannaa Azaanni sagalee guddistuun akka hin godhamne jedhu kuffise
Biyya Jarmanii kutaa North Rhine-Westphalia jedhamtu keessatti bulchiinsi magaalaa Oer-Erkenschwick Azaanni sagalee guddistuun akka hin godhamne ugguree ture. Kanuma hordofuun…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayirasii Koroonaatiin du’anii 200,000 caale
Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayirasiii Koornaatiin qabamanii miliyoona 6.8 darbuun, biyya addunyaa hunda dursaa jirti. Kutaa biyyattii akka Noorz Daakootaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Weerarri Vaayrasii Koroonaa biyyoota heddu keessatti deebi’ee babal’ataa jira
Weerarri vaayirasii koroonaa ji’a saddeet dura Chaayinaa keessatti ka’e, guutuu addunyaa keessatti tamsa’uun hanga har’aatti namoota miiliyoona 31 dhiyaatan irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 30 darbe
Sadarkaa Idil Addunyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 30 kan darbe yoo tahu, namoonni miiliyoona tokkotti dhihaatan ammoo sababa…
Guutuu Dubbisi » -

Emreets fi Bahreeyn hariiroo dhoksaan Israa’el waliin tolfatanii turan ifatti labsan
Emreets fi Bahreeyn Kiibxata kaleessaa September 16, 2020, Washington DC keessatti hariiroo Israa’el waliin dhoksaan tolfatanii ifattti labsan. Sirna addaa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiilee Afrikaa miiliyoona 12 qorannoon godhameef jidduu miiliyoona 1.3 irratti vaayirasichi argamuu ibsame
Lammiilee Afrikaa miiliyoona 12 qorannoon godhameef jidduu miiliyoona 1.3 irratti vaayirasichi argamuu ibsameAfrikaatti hanga ammaatti qorannoowwan laabraatoorii vaayrasii koroonaa miiliyoonni…
Guutuu Dubbisi » -

-

Indiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 4 dabre
Indiyaa keessatti guyyoota lamaan dabran qofa vaayirasichi namoota 170,000 ol irratti kan argame yoo tahu haaluma kanaan lakkoofsi lammiilee biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaatti Lakkoofsi Namoota COVID-19 qabamanii 56,500 dabre
Biyyattiitti sa’aa 24 dabre qorannoo laabraatoorii namoota 23,712’f godhameen vaayrasichi namoota 1,303 irratti argamuu fi walumaagalatti lakkoofsi namoota dhibee kanaan…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Keeniyaa Weerarri Covid-19 biyyattii keessatti hir’ataa jiraatuu beeksise
Prezdentiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan, kaleessa qondaaltota mootummaa biyyattii waliin haala tatamsa’ina dhibee Kooronaa ilaalchisee marii geggeesse irratti, tarkaanfiin mootummaan isaa…
Guutuu Dubbisi »









