Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Indoneezhiyaan lammiileen isii Hajjii bara kanaatiif gara Sa’uudii kan hin imalle tahuu beeksiste
Indoneezhiyaan weerara Vaayirasii koroonaatiin wal qabatee, lammiileen isii sirna Hajjjii bara kanaa irrattii kan hin hirmaanne tahuu beeksiste. Indoneezhiyaan biyya…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE JUNE 02,2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii Koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 1,344 gahe. Ministeerri Fayyaa ibsa Kiibxata har’aa baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE JUNE 01,2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 85 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Wixata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Federaalaa ‘Kaartaan lafa Masjidaa fi Wiirtuu Islaamaaf kenname’ maqaa isaatiin akka qophaa’u gaafate
Muummichi ministeeraa Abiy Ahmad, Ramadaana bara dabre, magaalaan Finfinnee magaalaa waldeennaa gamtaaa Afrikaa tahuu isii hordofuun lafa Masjidaa fi wiirtuun…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE MAY 31,2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii Koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 1,172 gahe. Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Naannoo Somaalee Sanada Hoggantoota Majlisa Federaalaa irraa Dhoksaan dhiyaate balaaleefate
Manni marii dhimmoota Islaamaa naannoo Somaalee, sanada fuula 11 qabu kan hoggantoota majlisa Federaalaa muraasa tahan irraa, wixineen seeraa manni…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 95 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise
Ministeerri Fayyaa ibsa Sabtii har’aa baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24 darban keessatti namoota 5,034 irratti geggeeffameen, namoota 95 irratti vaayirasiin…
Guutuu Dubbisi » -

Donald Tramp hariiroo Ameerikaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa waliin qabdu hunda addaan kutuu beeksise
Prezdaant Traamp Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO) weerara Covid-19 Chaayinaa keessatti jalqaba ka’e, dafee nu hin beeksifne jechuun qeeqaa ture. Prezdaantichi…
Guutuu Dubbisi » -

Namoota Itoophiyaatti COVID-19’n qabamuun isaanii mirkanaawe jidduu 661 magaalaa Finfinnee irraa tahuu ibsame
Naamoota Itoophiyaatti hanga guyyaa har’aatti COVID-19’n qabamuun isaanii mirkanaawe 968 keessaa, isaan 661 magaalaa Finfinnee irraa tahuu Biiroon Fayyaa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Itoophiyaa Kuweet irraa deebifamuuf iddoo tokkotti walitti qabaman “haala yaaddeessaa keessa jira”jadhan
Ji’a tokko dura Kuweet dabalatee biyyoonni galoo galaana Arabiyaa lammilee biyyoota gara garaa kanneen waraqaa hayyama jireenyaa hin qabne, sababa…
Guutuu Dubbisi »










