Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ityoophiyaan labsii Paarlaamaan Arabaa dhimma Hidha Laga Abbaay ilaalchisee baase mormuun xalayaa barreessite
Afa-Yaa’iin Paarlaamaa Ityoophiyaa Obbo Taaggasa Caafoo Xalayaa November 25/2019, Afa-Yaa’ii Paarlaamaa Arabaa Mishaal Bin Fahmi Al-Salaamiif barreesseen, dhimma hidha laga…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbilee Faayinaansii Ityoophiyaa gama Interneetiitiin butuuf yaaliin godhamee akka ture ibsame
Hooggantuun Dhaabbata Telekominikeeshiinii Ityoophiyaa Aadde Firehiywot Taammiru AP’f akka himtetti, yaalii gama Interneetiitiin dhaabbilee Faayinaansii butuuf raawwatame kana qolachuuf jecha,…
Guutuu Dubbisi » -

Baalli Sammuu namaa hadoochu Finfinnee Buufata Xiyyaara Booleetti qabamuu ibsame
Ministeerri Galiiwwan Ityoophiyaa ibsa baaseen, baalli sammuu namaa hadoochu kilograma 11.8 Arba’aa kaleessaa buufata Xiyyaara Boolee keessatti kan qabame tahufi,…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaant Donald Tramp aangoo irraa buusuuf ragaan ga’aan jiraachuu ibsame
Miseensonni Kongirasii Ameerikaa Partii Dimokraatotaa irraa tahan, Prezdaant Tramp fedhii biyyattii caalaa kan dhuunfaa isaatiif dursa kennuun, amalli badaan Waayit…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Ibiddaa Suudaanitti muudateen lubbuun nama 15 ol dabruu gabaafame
Ogeeyyonni fayyaa biyyattii akka himanitti, balaan ibiddaa kun dhoohinsa warshaa seeraamiikii magaalaa Kaartuum keessatti argamu tokko irratti mudateen kan ka’e…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin dhimma hidha laga Abbaay Kaayiroo keessatti geggeeffamaa jira
Ministeeronni Bishaan Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee Kaayiroo keessatti kan mari’ataa jiran yoo tahu, Ameerikaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa konkolaataa Aanaa Arsii Nageelleetti muudateen lubbuun namoota 5 darbe
Balaan kun har’a waaree booda Godina Arsii Lixaa Aanaa Arsii Nageelleetti kan muudate yoo tahu, lubbuun namoota shanii battalumatti dabruu…
Guutuu Dubbisi » -

Gareen Huusii Helikoptara Waraana Sa’uudii rukutee kuffisuu beeksise
Gareen Huusii Kaabaa Yaman too’ataa jiru ibsa baaseen, Sabtii hardhaa Helikoptara Waraanaa Sa’uudii daangaa biyyoota lamaanii keessatti basaasa irra turte,…
Guutuu Dubbisi » -

Obboo Lammaa Magarsaa walitti makamuu Paartiilee ADWUI kan hin fudhanne tahuu beeksise
Obbo Lammaan gaafii fi deebisaa raadiyoo sagalee Ameerikaa VOA waliin godheen, Jalqabuma irraa yaada Ida’amuu jedhuu fi Paartiilee walitti mukuu…
Guutuu Dubbisi »










