Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Manni Maree ADWUI dhimma walitti makamuu Addichaa irratti marii jalqabe
Koreen hojii raawwachiftuu ADWUI walga’ii torbee dabre geggeesseen, dhimma walitti makamuu paartiilee miseensaa addichaa fi paartiilee deeggartootaa irratti eega mari’atee…
Guutuu Dubbisi » -

Dr Zabibaa Yuunus, dorgommii Akkaadaamii fi Saayinsii addunyaa injifatte
Dhaabbanni Akkaadaamii fi Saayinsii adduunyaa(TWAS), qorannoowwan saayinsaawaa gara garaa, dhaabilee barnootaa irraa wal dorgomsiisuun ‘qorannoo fudhatama argatee fi hawaasaaf bu’a…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa fi Emreets hariiroo waraana isaanii cimsuuf walii galtee mallatteessan
Walii galteen hariirroo humna ittisaa fi waraana biyyoota lamaanii cimsuu kun Dubaay keessatti kan mallatteeffame yoo tahu, kunis mootummaan Emreets…
Guutuu Dubbisi » -

Gaaffii umanni Zoonii Sidaamaa Naannoo ta’uuf gaafataa ture irratti filannoon rifarandamii gaggeeffamaa jira
Manni Maree Zoonii Sidaamaa karaa Mana Maree Naannoo Kibbaatiin, naannoo tahuuf rifarandamiin akka gaggeeffamuuf kanaan dura Boordii Filannoo Biyyoolessaatiif gaaffii…
Guutuu Dubbisi » -

Ijaarsi manneenii Israa’el dachii Falasxiin keessatti raawwattu kamiyyuu seera addunyaa kan cabsu tahuu ibsame
Ameerikaan kanaan dura ijaarsa Israa’el dachii Falasxiin keessatti raawwattu akka ijaarsa seeraan alaatti kan ilaala turte tahus, ministeerri haajaa alaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan Meeshaa Waraanaa Faransaay irraa bituuf gaafii dhiheessuun gabaafame
Miidiyaan Faransaay tokko akka gabaasetti, Ityoophiyaan Xiyyaarota Waraanaa, Helekoptaroota, Droonii fi Misaa’ela ibidda Niwukilaraa baadhachuu danda’u bitachuuf mootummaa Faransaay kan…
Guutuu Dubbisi » -

Mannii Murtii Idil-Addunyaa Waraana Briteen irratti qorannoo yakkaa gaggeessuuf ta’uu beeksise
Dokumentarii dhaabbanni BBC qopheesse irratti, waraanni Briteen Iraaq fi Afgaanistaan keessatti yakka raawwachuu ragaan jiraachuun eega ibsamee booda, Manni Murtii…
Guutuu Dubbisi » -

Masjida Annasr Kan Magaalaa Adaamaatti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Sagantaa kana irratti Ustaazoonni fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu ta’e argamu odeeyfannoon ni addeessa. Keeysummoota argaman jidduu Ustaaz Injinar Badruu…
Guutuu Dubbisi » -

ADWUI’n bu’aa qorannoo adeemsa addicha walitti makuu sagalee caalmaan raggaasise
Koreen hojii raawwachiistuu ADWUI, qoorannoo adeemsa paartilee isaa fi paartiilee deeggartoota isaa walitti makuun paartii biyyoolessaa tokko hundeessuu jedhu irratti…
Guutuu Dubbisi »










