Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ameerikaan qoqqobbii Tuurkiyaa irra keettee turte kaasuu beeksiste
Duula Tuurkiyaan dhiyeenya kana finciltoota Kuurdi naannoo Kaaba Suuriyaa keessa maandheffatan irratti jalqabdeen wal qabatee, Turkiyaan tarkaanfii humnaa olii fudhataa…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Jawaar Muhammad Hiriirri mormii Godinaalee Oromiyaatti geggeffamaa jiru akka dhaabatu gaafate
Halkan dheengaddaa waardiyoonni Aktivistii fi Daayrektara OMN Obbo Jawaar Muhammad haal duree tokko malee eeggumsa isaa addaan kutanii akka bahan…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganoonni paartilee siyaasaa fi hayyoonni Oromoo haala yeroo irratti ibsa laatan
Ibsa kana irratti ,Gochi eeggumsa xinxalaa siyaasaa Jawar Muhammad irratti raawwatame gama kamiinillee fudhatama kan hin qabneefi jijjiirama kana kan…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota Naannoo Oromiyaa heddu keessatti mormiin ummataa guyyaa lammataatiif itti fufee jira
Magaalota guyyaa har’aa mormiin keessatti geggeeffamaa jiru jidduu Burrayyuu, Bishooftuu, Dukam, Amboo, Incinnii, Walisoo, Shaashamannee, Dodolaa fi Adaabbaan keessatti argamu.…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad, Prezdaant Abdulfattaah Al Siisii waliin mari’ate
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad foramii diinagdee Raashiyaa fi biyyoota Afrikaa magaalaa Soochii keessatti geggeeffamaa jiru irratti kan hirmaataa jiru…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan naannoo Oromiyaa ‘tarkaanfiin eeggumsa Jawaar Muhammad irratti fudhatame dogongora’ jedhe
Halkan edaa waardiyoonni Aktivistii fi Daayrektara OMN Obbo Jawaar Muhammad haal duree tokko malee eeggumsa isaa addaan kutanii akka bahan…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriira Godinaalee Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiruun hanga ammatti lubbuun dargaggoota 6 galaafatamuu gabaafame
Hiriirri Oromiyaa keessatti ganama arraa jalqabe akkuma itti fufe jira. Kanuma hordofuun tarkaanfii waraanni mootummaa hirmaattota hiriira kanaa irratti fudhataniin…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisiin Federaalaa daandiiwwan guutuu Oromiyaa keessatti cufaman bansiisuuf tarkaanfii ni fudhanna jechuun akeekkachiise
Hiriira magaalota naannoo Oromiyaa heddutti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee Poolisiin Federaalaa ibsa kan baase yoo tahu, , Hogganaan Poolisii Federaalaa Komishiinar…
Guutuu Dubbisi » -

Godinaalee Oromiyaa heddu keessatti mormiin cimaan kan geggeeffamaa jiru tahuu beekame
Halkan edaa waardiyyoonni Aktiivist Jawaar Muhammad eeggumsa naannawa mana isaatti geggeessaa turan dhiisanii akka bahan ajajamuun eega ibsamee booda, godinaalee…
Guutuu Dubbisi » -

Filannoo Paarlaamaa Kaanaadaa Wixata kaleessaa geggeeffameen Paartiin biyyattii bulchaa jiru injifate
Filannoo Kaanaadaa kaleessa geggeeffame kanaan Paartiin Liberals kan yeroo ammaa biyyattii bulchaa jiru barcuma muraasaan kan injifate yoo tahu, haaluma…
Guutuu Dubbisi »










