Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Suudaan daangaa Libiyaa fi Jidduu gala Rippaabliika Afrikaa waliin qabdu cufate
Suudaan daangaa Libiyaa fi Jidduu gala riippaabliika Afrikaa (Central African Republic) waliin qabdu kan cufte yoo ta’u, murtiin akkasii kun…
Guutuu Dubbisi » -

Konkolaataan FSR kan Baala Sammuu nama hadoochu fe’atee gara Keeniyaatti imalaa ture to’annaa jala oolfame
Konkolaataan kun baala sammuu nama hadoochu (Ashiisha) fe’atee magaalaa Shashamannee irra gara magaalaa dangaa Keeniyaa Mooyyaleetti osoo imalaa jiru, godina…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaa, Pakistaan fi Maleezhiyaan Chaanaalii Televizhiinaa jibbiinsa Islaamaa qolachuu irratti hojjatu waliin hundeessuuf walii galan
Hoggantoonni biyyoota sadeenii Kora UN cinatti wal arguun, haala jibbiinsa Islaamaa babal’ataa dhufe qolachuun danda’amu irratti kan mari’atan yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Muhammad Bin Salmaan ajjeechaa gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii irratti raawwatameef itti gaafatamummaa kan fudhatu tahuu beeksise
Dhaaltuun gonfoo Sa’uudii Muhammad Bin Salmaan, kanaan dura qonsilaa Istanbul keessatti “ajjeechaa gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii irratti raawwatame keessaa harka hin…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Prezdaantiin Masri mariin hidha laga Abbaay irratti geggeeffamaa ture fashalaahuun nageenya naannicha irratti rakkoo uumaa jira jechuun akeekkachiise
Prezdaant Abdulfattaah Al-Sisi kora walii gala UN irratti haasaya godheen, hidha laga Abbaay Ityoophiyaan ijaaraa jirtu ilaalchisee mariin biyyi isaa…
Guutuu Dubbisi » -

Kongirasiin Ameerikaa Prezdaant Traamp irratti qorannoo yakkaa kan jalqabu tahuu beeksise
Afa Yaa’iin kongirasii Ameerikaa Nancy Pelosi ibsa Kiibxata kaleessaa kenniteen, Prezdaant Traamp mootummaan biyya biroo siyaasa Ameerikaa keessa akka seenu…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaa fi Qaxar dararaa Israa’el dachii Falasxiin keessatti raawwataa jirtu balaaleffatan
Hoggantoonni biyyoota lamaanii kora walii galaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 74ffaa, Ameerikaa magaalaa New York keessatti geggeeffamaa jiru irratti haasaya wal…
Guutuu Dubbisi »










