Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Haleellaa Boombii Afgaanistaanitti raawwatameen namoonni 26 ol ajjeefaman
Haleellaan kun kan raawwatame iddoo lamaatti yoo tahu, inni jalqabaa iddoo Parwaan jedhamu kan kaaba magaalaa guddoo Kaabuliitti argamutti. Taateen…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa warshaa boba’aa Sa’uudii irratti raawwatame hordofuun gatiin bobaba’aa dabaluu gabaafame
Haleellaa Sabtii dheengaddaa warshaalee boba’aa Sa’uudii lama irratti raawwatame hordofuun, Sa’uudiin boba’aa gabaa addunyaatiif dhiheessaa turte 50% kan xiqqeessite tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimma hidha guddicha laga Abbaay irratti marii jalqaban
Ministeeronni Bishaanii biyyoota sadeenii dhimma hidha laga Abbaay irratti har’a Kaayiroo keessatti marii kan jalqaban yoo tahu, haaluma kanaan jilli…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Biyyoota Islaamaa wal gahii ariifachiisaa magaalaa Jiddaatti geggeessaa jira
Muummichi ministeera Israa’il Benjaamiin Netiniyaahuu torbaan dabre keessa yeroo duula na filadhaa geggeessaa turetti Televizhina biyyaa irratti ‘filannoo September 17…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan Taayitaa to’annaa Nyaataa fi Dawaa Ityoophiyaa Oomishaalee Zeeyita nyaataa gosa 17 ummanni akka itti hin fayyadamne akeekkachiise
Abbaan Taayitaa to’annaa nyaataa fi Dawaa Ityoophiyaa magaalaa Finfinnee dabalatee qorannoo iddoo garagaraatti godhe irratti hundaa’uun, oomishaaleen Zeeyita nyaataa 17…
Guutuu Dubbisi » -

Ummanni Tuniiziyaa Prezdaantii biyyattii filachuuf sagalee kennuu jalqabe
Tuniiziyaan Prezdaant Sa’id Beejii kan yeroo jalqabatiif karaa dimokraatawaa taheen filatamee ture, kan July dabre amrii ta’e bakka buusuudhaaf, filannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Qondaaltonni Xaalibaan Moskoo keessatti mootummaa Raashiyaa waliin mari’achuu gabaafame
Dubbii himaan Waajjira Xaalibaan Dohatti argamuu Suheeyl Shahiin akka jedhetti, qondaaltonni Xaalibaan Jum’aa dheengaddaa gara Moskoo imaluun, mariin nageenyaa Ameerikaa…
Guutuu Dubbisi » -

Buufata boba’aa gurguddaa mootummaa Sa’uudii lama irratti haleellaan raawwatame
Kampaaniiwwaan booba’aa gurguddaan Sa’uudii Alba’iiq fi Kuriyaas ibiddaan gubamuu fi balaan ibiddaa ture tohatamuu dubbi himaan ministera dhimma biyya keessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaamsi gareewwan jibba Diin Islaam qaban irraa Masjidoota Jarman keessa jiraniif ergame hawaasa Muslimaa sodaachise.
Dhaamsi gareewwan jibba Diin Islaam qaban irraa Masjidoota Jarman keessa jiraniif ergame hawaasa Muslimaa sodaachise. Magaalota Jerman gara garaatti gareewwan…
Guutuu Dubbisi » -

Qabxiin qormaata biyyooleessaa kan kutaa 10ffaa har’a waaree booda kan bahu tahuu ibsame
Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa akka ibsetti, har’a waaree booda Sa’aa 10:00 (4:00PM) irraa jalqabee barattoonni qabxii qormaata isaanii…
Guutuu Dubbisi »









