USA
Odeeyfannoo USA irraa arganne
-

Waajjiraaleen Federaala Ameerikaa Cufaman
Kongirasiin Ameerikaa waldhabbii dhima godaantotaa irratti uumameen bajataa gadi lakkisuuf waliigaluu waan dhabaniif waajjiraaleen mootummaa Federaala Ameerikaa cufaman KrogerFeedback Gift Card…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaan finciltoota Kurd irratti duula banuu isii beeksifte
Prezdaantiin Turkiya Rajab Xayyib Erdogaan biyyi isaa finciltoota Kurd kanneen daangaa Suuriyaa fi Turkiya keessa maandheffatan irratti duula lafoo kan…
Guutuu Dubbisi » -

Wixinee Seera Isra’eel Al-Quds ilaalchisee qopheessite Bulchiinsi Falasxiin balaaleffate
Wixinee seeraa “Unified Jerusalem” jedhu daangaa Alquds fi Bulchiinsa magaalaa Alquds seeraan jijjiruun akka danda’amuuf qophaaye paaarlamaan Isra’eel guyyaa kaleessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Kooriyaa Kaabaa biyyi isaa Kooriyaa kibbaa waliin haasayuuf qophii tahuu beeksise.
Prezdaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong-un biyyi isaa Kooriyaa kibbaa waliin haasayuudhaaf qophii tahuu beeksise. Kim Jong-un simannaa bara haarayaa ilaalchisee…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’udii fi Turkiyaan Muslimoonni Addunyaa Labsii Traamp akka balaleefatan gaafatan.
Mummichi ministeera Turkiyaa Binalii Yildriimii fi Maliikni Sa’udii Salmaan Biin Abduulaziiz, walgahii guyyaa kaleessa magaalaa Riyaaditti geggeessaan irratti biyyoonni lamaanuu…
Guutuu Dubbisi » Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii labsii Traamp Al-QUDS magaalaa guddoo Isra’eel jechuun dabarse kuffise
Dhabbanni Mootummaa Gamtoomanii labsii Prezdaantiin Ameerikaa Doonald Traamp Magaalaan Al-QUDS “magaalaa guddoo Isra’eel” jechuun dabrse wixinee mormu irratti biyyoonni miseensa…
Guutuu Dubbisi »Erdoogaan, dubbii Doonaald Traamp Qeeqe
Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii guyyaa har’aa dhimma magaalaa Al-Quds irratti wal gahii gaggeeysaa oole. Prezdantiin Ameerikaa Doonaald Traamp, Biyyoota wal gahii…
Guutuu Dubbisi »-

Doonald Traamp biyyoota Labsii magaalaa Al-QUDS irratti inni baase morman irraa deeggarsa ni dhaaba jechuun sodaachise
Prezdaantiin Ameerikaa Doonald Traamp magaalaa Al-QUDSI magaalaa guddoo Isra’eel jechuun beekkumtii kennuun ni yaadatama. kanuma hordofuun labsii isaa kana biyyoonni…
Guutuu Dubbisi » Labsii Traamp hordofuun biyyoota addunyaa heddu keessatti mormiin itti fufee jira.
Magaalaa guddoo Indoneezhiyaa, Jaakaartaa keessatti lammiileen biyyattii 80,000 ol ol tahan, Alhada hardhaa Imbaasii Ameerikaa fuldurattii hiriira mormii cimaa ta’e…
Guutuu Dubbisi »Biyyoota addunyaa heddu keessatti labsii Ameerikaan Al-Qudsi ilaalchiftee baafte balaaleffatuun mormiin gaggeeffamaa oole
Falasxiinii fi biyyoota addunyaa heddu keessatti labsii Ameerika kan Al-Qudsi/Jerusalem “magaalaa guddoo Isra’eel”jedhu balaaleffachuun mormiin cimaan gaggeeffamaa jira. Torbaan tokko…
Guutuu Dubbisi »





