OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ijaarsa Koolleejjii Islaamaa Jimmaatiif  Dhagaan Bu’uuraa Kaayame

 Ijaarsa Koolleejjii Islaamaa godina Jimmaa magaalaa Jimmaatti ijaaraamuuf, guyyaa kaleessaa iddoo hoggantoonni mana marii Dhiimmoota Islaamaa Itoophiyaa fi Naannoo Oromiyaa akkasumas ulamoonni fi hawaasni muslimaa Lakkoofsan hedduu ta’e argameetti dhagaan bu’uuraa kaayamu gabaafame.

 

Koollejjiin kun lafa Kaare Metira 11,000 Irratti ijaaruuf kan karoorri qabame yoo ta’u, Wollakkaan bajata ijaarsa isaas argamuu fi Kan hafe Ummata hirmaachiisuun xumuruuf karoorri qabamuu odeeyfannoo ni addeessa.

Show More

10 Comments

  1. as wr wb Akkami jiratan qaqaliwan islamaa bagaa Rabbiin isin haradhaa isin gahee jechaa qabaxi yadaa kiyya hoagatotaa nurraa al hudaa hudumaafi gaafi garuu hedduu toko sijalanaa ña hayamaa

  2. Asalamaleyiku woramatulahii wobarakatuu Masha Allah Masha Allah Masha Allah Rabbi isin wolin hajiratu jabadha gamachu gudotu nutti dhagama jura nule wan Rabbin nuf hireen isin wolin jiraa insha Allah

...

Back to top button