
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shashamannee Hidhamuu gabaafame
Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shashamannee obbo Tamaam Huseen fi hogganaan Waajira Bulchiinsa fi nageenya magaalichaa Obbo Naggawoo Amboo har’a sa’aa booda to’anaa jala oolfamuu odeeyfannoon ni addeessa.
Sababni hidhamaniif walitti bu’iinsa ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa hordofuun magaalichaatti uumame ilaalchisee, seera Kabajsiisuuf hin hojjanne kan jedhu tahuu DW’n waajira Komunikeeshinii magaalichaa wabeeffachuun gabaase.
namaamichi ni maaratee ummataa hidhaa fi ajeechaa hojji godhaatee rabbiin isaa haa maarachuu amalee inshaa allah!!!!
garaa nuu gubee kuni mujrmiin‼️😕
subanaallah yaa rabbi ati nuuf birmadhuka☝️ waalh waani jenusi Wallale ka subanaallah 🤔
sumayaa
sumayaa
yaa rabbii waan jabatee nuf lafisiii inshhallah rabbin waani nuf hin tolee kasii yaa rabbii 😭😭😭😭
badiryaa
As wr wb Rabiiin mutumaa zalimaa nuraa hakasuuu inshallah Rabin fara,oon kasee Abiyii Hakasuu inshallah garan nugubateee Yarabii nuu birimadhuu YaaAlaa yaakarimi yaaAlimuu Yaa wahidu yaa Ahadu yaasamaduu…….😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️
0582369228
As wr wb Akkamjirtan HojjattotamidiyaaNuralhudaa Jalqabarrattii RabbinMusalimawolihagalchu ittiAansun OromoWolihagalchuu KanattiAansun Motiihaqaafdhaabbatu Rabbinufhakennu
Yaa Rabbi ati argadha furmataa nu keni
Umataa ormoo hundaa biraa dhabbadhu yaa Allah