
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Markazni Abbaa Jifaar Barattoota 46 Hifzii Qur’aanaatiin leenjisaa ture Eebbisiise
Markazni Abbaa Jifaar kan magaalaa Jimmaatti argamu, Marsaa 4ffaaf guyyaa arraa barattoota Hifzii Qur’aanaatiin leenjisaa ture 46 eebbisiisu gabaafame.
Sirna eebbaa kana irratti ulamoonni, ustaazoonni fi keessummoonni akkasumas hawaasni muslimaa naannichaa lakkoofsaan hedduu argamu odeeyfannoo ni addeessa.



Maashaa’alla maashaa’allah maashaa’allah maashaa’allah maashaa’allah maashaa’allah
Asalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu akkami nagayaa Mashallaah mashaallhi mashaallhi rabbi isinirra hajallatu hamtun isin hinarkin keyrin isin bira haajiratu
mashaallaah tabarakkaallaah mashaallaah tabarakkaallaah mashaallaah tabarakkaallaah mashaallaah tabarakkaallaah Raabbiin itiin jaraa haa millkeessuu inii
As wr wb Akamii naga faya kesani masha allaa tabarakala ijara hafa 😘
Maa shaa Allahu
Allaahu akbar Allaahu Akbar Allaahu Akbar
Allaahu akbar Allaahu akbar
ALLAAHU AKBAR
MAASHA ALLAAH BAAY’EE NAMA GAMMACHIISA WALLAAHII
assalaamu’aleykum wabarakaatuhu warhmatullaahi
mashaalla’Aalh mashaalla’Aalh mashaalla’Aalh mashaalla’Aalh Raabbin issin irraa haa jalatuu jzkn 🥰🥰🥰💓💓💓
mashaa allah jazaa rabbiin isiinif haa kafalu
jimm
masha Allah mashaa Allah rabiiin isiin ira hajallatuu
gadiinaa arsii hassallaa Magalaa halamaixenaa
Rahimaaa
ماشاالله