header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Markazni Abbaa Jifaar Barattoota 46 Hifzii Qur’aanaatiin leenjisaa ture Eebbisiise

Markazni Abbaa Jifaar kan magaalaa Jimmaatti argamu, Marsaa 4ffaaf guyyaa arraa barattoota Hifzii Qur’aanaatiin leenjisaa ture 46 eebbisiisu gabaafame.


Sirna eebbaa kana irratti ulamoonni, ustaazoonni fi keessummoonni akkasumas hawaasni muslimaa naannichaa lakkoofsaan hedduu argamu odeeyfannoo ni addeessa.

14 Comments

  1. mashaalla’Aalh mashaalla’Aalh mashaalla’Aalh mashaalla’Aalh Raabbin issin irraa haa jalatuu jzkn 🥰🥰🥰💓💓💓

  2. Allaahu akbar Allaahu Akbar Allaahu Akbar

    Allaahu akbar Allaahu akbar

    ALLAAHU AKBAR

    MAASHA ALLAAH BAAY’EE NAMA GAMMACHIISA WALLAAHII

  3. mashaallaah tabarakkaallaah mashaallaah tabarakkaallaah mashaallaah tabarakkaallaah mashaallaah tabarakkaallaah Raabbiin itiin jaraa haa millkeessuu inii

  4. Asalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu akkami nagayaa Mashallaah mashaallhi mashaallhi rabbi isinirra hajallatu hamtun isin hinarkin keyrin isin bira haajiratu says:

    Asalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu akkami nagayaa Mashallaah mashaallhi mashaallhi rabbi isinirra hajallatu hamtun isin hinarkin keyrin isin bira haajiratu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button