
Qur’aana hanga dandeenyeen qomatti haa qabannuu
Rasuulli ﷺ akkana jedhan:- “Namni qur’aanarraa waa takkallee haffazee qomaa hin qabne akka mana onee badeeti”
وعن ابن عباس رضي الله عنهما قال : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : “إن الذي ليس في جوفه شيء من القرآن كالبيت الخرب”. ((رواه الترمذي وقال: حديث حسن صحيح)).
Ammas hadiisa biroo keessatti Rasuulli ﷺ akkana jedhan:- “Mana kheeysan qabrii hin godhinaa sheeyxaanni mana suuratul baqaraan kheeysatti qara’amtu irraa baqata”
حَدَّثَنَا قُتَيْبَةُ بْنُ سَعِيدٍ، حَدَّثَنَا يَعْقُوبُ، – وَهُوَ ابْنُ عَبْدِ الرَّحْمَنِ الْقَارِيُّ – عَنْ سُهَيْلٍ، عَنْ أَبِيهِ، عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ، أَنَّ رَسُولَ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم قَالَ “ لاَ تَجْعَلُوا بُيُوتَكُمْ مَقَابِرَ إِنَّ الشَّيْطَانَ يَنْفِرُ مِنَ الْبَيْتِ الَّذِي تُقْرَأُ فِيهِ سُورَةُ الْبَقَرَةِ ”
Sahih Muslim
Kanaafuu Guyyarraa waan dandeenyu Qur’aana qara’aa hariiroo qur’anaa wajji qabnu haa cimsinuu. Yoo kana goone qur’aanni guyyaa qiyaamaa ragaa nuuf baha.