Chaayinaa
-
Eeshiyaa
Jilli mootummaa Ityoophiyaa Muummicha Ministeeraa Dr. Abiy Ahmadiin durfamu Chaayinaa seene
Jilli Dr Abiyyiin durfamu kun Foramii Belt Road Initiative jedhamu kan April 25-27tti Beejiingitti gaggeeffamu irratti hirmaachuuf kaleessa galgala garisitti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Muhammad Bin Salmaan, mootummaan Chaayinaa muslimoota biyya isaa ilaalchisee qajeelfama barbaade hordofuu mirga qaba jechuun isaa gabaafame
Hogganaan mootummaa Sa’uudii Muhammad Bin Salmaan daaw’annaa hujii Chaayinaa keessatti geggeesseen qondaaltota biyyattii waliin kan mari’ate yoo tahu, qajeelfama addaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Dhaaltuun Gonfoo Sa’uudii Muhammad Bin Salmaan daaw’annaa biyyoota Eeshiyaa keessatti geggeessaa jiru itti fufuun har’a Beejing seene
Dhaaltuun Gonfoo Sa’uudii Muhammad Bin Salmaan daaw’annaa hujii biyyoota Eeshiyaa keessatti geggeessaa jiru itti fufuun, har’a Chaayinaa magaalaa Beejiing seenee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Prezdantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un Chaayinaa daaw’ataa kan jiru tahuu gabaafame
Prezdaant Kim Jong Un affeerraa Prezdantii Chaayinaa Shii Jinping irraa dhihaateen daaw’annaa guyyaa sadihiitiif hara’a Beejing kan seene tahuu gabaafame.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Chaayinaan “Islaamummaa fi Soshaalizimii wal simsiisuu”sababa jedhuun qajeelfama haaraya kan baaste tahuu gabaafame
Mootummaan Chaayinaa dhiibbaa muslimoota biyyattii irratti godhu hammeessee kan itti fufe yoo tahu, amma ammoo maqaa “Islaamummaa fi soshaalizimii wal…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Prezdaantiin Taayiwaan hawaasni addunyaa birmaddummaa biyya isii Chaayinaa irraa baraaruudhaaf akka birmatuuf gaafatte
Prezdaantiin Chaayinaa iddoola Taayiwaan humnaanis tahu gara biyyattiitti makuudhaaf qophii tahuu eega beeksiste booda, waraanni biyyattii duulaa murteessaa tahe kanaaf…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Prezdaant Zhii Jinping Iddoolli Taayiwaan humnaanis tahu gara Chaayinaatti ni makamti jechuun akeekkachiise
Prezdaantiin Chaayinaa ayyaana waggaa 40ffaa qajeelfamni biyyattii itti raggaasifame ilaalchisee dhaamsa dabarseen, iddoolli Taayiwaan seeraa fi seenaanis qaama Chaayinaa waan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Chaayinaan Saatalaayitii akka addeessaa halkan iftu gara hawaatti erguuf qophaayaa jirti
Chaayinaan saatalaayitii ifa aduu irraa argatu akka addeessaa deebisee calaqqisuu danda’u kan hojjataa jirtu yoo tahu, waggaa lama booda gara…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Chaayinaan Kutaa Zinjiyang keessatti duula “Farra Halaalaa”jechuun moggaaste jalqabde
Mootummaan Chaayinaa yeroo adda addaa sababa finxaalessummaa ittisuu jedhuun Seerotaa fi qajeelfamoota muslimoota biyyattii cunqursan baasuun raawataa kan ture yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Chaayinaan Hogganaa Dhaabbata Poolisii Addunyaa kan hiite tahuu beeksifte
Hogganaan Interpol Meng Hongwei dhuma ji’a dabree Faransaay irraa gara Chaayinaa eega imalee booda kan dhabame yoo tahu, qondaaltonni Faransaay…
Guutuu Dubbisi »