COVID-19
-
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 20, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 4,469 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Braaziil keessatti lakoosi namoota Covid -19 qabamuun mirkanaahee miiliyoona 1 dabruu gabaafame
Braaziil keessatti weerarri Vaayirasii koroonaa daran kan hammaataa jiru yoo tahu, guyyaa kaleessaa qofa Vaayirasichi namoota kuma 54 fi 771…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Qajeelfamoota Labsii muddamaa Dhibee Koroonaa Vaayiras ittisuuf bahe jidduu muraasni fooyya’e
Ministeerri Fayyaa Dr Liyaa Taaddasaa qajeelfamoota tatamsaa’a COVID-19 to’achuuf bahe jidduu, Qorannoo reefka,sirna Awwaalchaa, iddoo tursiisa dirqama fi mana ofiitti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Itoophiyaatti Guyyaa Har’aa Namoonni 7 COVID-19’n du’uun gabaafame
Itoophiyaatti qorannoo COVID-19 sa’aa 24’n dabran keessaatti namoota 4809’f taasifameen namoota 116 irratti Vaayirasiin kun kan argame ta’u Ministeerri fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 18, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 3,954 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

COVID-19 UPDATES June 17, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 129 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Arba’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Guutuu Addunyaatti Lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii Miiliyoona saddeet dabre
Guutuu Addunyaatti lakkoofsi namoota dhibee Koroonaa Vaayirasiin qabamanii miiliyoona 8.1 dabruu mirkanaawe, namoonni miliyoona 4.2 ol immoo bayyanachuu fi yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 16, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 3,630 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 15, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 3,521 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 14, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 179 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa…
Guutuu Dubbisi »










