Godina Harargee Bahaa
-
Odeeyfannoo
Majlisoonni Godinaalee Harargee lamaanii Yaa’ii Idilee isaanii kan bara kana geggeessan
Manneen marii dhimmoota Islaamummaa godinaalee Harargee lixaa fi baha Yaa’ii isaanii tokkoffaa fi lammaffaa kan bara kana guyyaa kaleessaa fi arraa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Sheikh Yuusuf Darasaa gara ganda Aakhiraatti godaanuun dhagayame
Innaa Lillaahi Wa Innaa ileeyhi Raaji’uun! Hogganaa Majlisa aanaa Malkaa Baalloo kan turan Sheikh Yuusuf Darasaa ykn Sheikh Yuusuf Towhidaa,…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
“‹”‹Hawaasni Muslimaa Godina Harargee Bahaa hoggantoota Majliisa seeraan alaa kaasuun, hoggantoota ofii isaa filate
Godina Harargee Bahaa magaalaa Hararitti guyyaa kaleessa iddoo bakka bu’oonni hawaasa aanaalee godinicha adda adda irra dhufan fi Ulama’oonni gurguddoon…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Harargee Bahaa Aanaa Kombolchaatti hawaasni muslimaa shira hoggantoonni Majliisa seeraan alaa raawwataa jiran balaaleffate.
Ummanni magaalaa Malkaa Raafuu har’a salaata jum’aa booda mormii cimaa kan geggeesse yoo tahu, majliisni seeraan alaa tokkummaa hawaasa muslimaa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Jilli Da’awaa fi Iyyaafannoo Sheikh Amiin Ibrootiin durfamu magaalaa Jajaatti sagantaa muhaadaraa geggeesse
Jilli aalima guddaa Sheikh Amiin Ibrootiin durfamu kun Ustaazotaa fi munshidoota heddu of jalatti kan hammate yoo tahu, kutaa biyyattii…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Aanaa Cinaaqsan Araddaalee heddu keessatti lolli hamaan geggeeffamaa oolu gabaafame
Godina Harargee bahaa aanaa Cinaaqsan gandoota adda addaa keessatti waraanni naannoo Somaalee weerara hamaa geggeessaa jiraatuu odeeffannoon naannawa irraa nu…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Lammiileen Oromoo Naannoo Somaalee irraa buqqifamanii magaalaa Baroodaa qubsiifaman rakkoo hamaa keessa jiraatuu himan
Dhalattoonni Oromoo kun bara darbe ji’a fulbaanaa keessa waraana Liyyuu poolisii naannoo Somaaleetiin, magaalaa Jigjigaa fi Wucaalee keessaa qe’ee fi…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee Aanaa Mayyuu Mulluqqee keessatti haleellaa raawwateen namoonni heddu ajjefaman
Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee guyyaa har’aa Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Mulluqqee Araddaa Roggee jedhamu keessatti haleellaa raawwateen, yoo xiqqaate…
Guutuu dubbisi...