Hidha_laga_Abbaay
- 
Afrikaa Suudaan Hidha Laga Abbaay bishaaniin guutuuf waliigaltee akka mallatteessitu gaafii Ityoophiyaa irraa dhihaateef diduu beeksisteMinisteerri Jallisii Suudaan ibsa kaleessaa baaseen, Ityoophiyaan hidha laga Abbaay ji’a Adoleessaa dhufu irraa eegaltee bishaaniin guutuuf karoora qabatte galmaan… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Ityoophiyaan labsii Gamtaan Biyyoota Arabaa raggaasise balaaleffatteGamtaan biyyoota Arabaa dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee ijjannoo Masri deeggaruun wixinee dhihaateef kaleessa raggaasisuun eega dhagahamee booda, Ityoophiyaan murtii… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Hoggantoonni Ameerikaa fi Masri dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee telefoonaan mari’achuu gabaafamePrezdaantiin Ameerikaa Donald Trump hidha laga Abbaay ilaalchisee mariin Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri jiddutti geggeeffamaa jiru walii galteen akka goolabamu,… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Ityoophiyaan Marii dhimma hidha laga Abbaay irratti marsaa kana geggeessuuf karoorfame irratti kan hirmaanne tahuu beeksisteMariin hidha laga Abbaay ilaalchisee Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan jiddutti jaarsummaa Ameerikaa fi Baankii Addunyaatiinn kanaan dura jalqabamee ture, marsaa… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Mariin qophii wixinee sanada waliigaltee hidha laga Abbaay ilaalchisee geggeeffamaa ture waliigaltee malee xumurameMariin qophii wixinee sanada waliigaltee haala guutinsaa fi gadi lakkifama bishaan hidha laga Abbaay ilaalchisee Waashingitan DCtti gaggeeffamaa ture waliigaltee… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Prezdaant Tramp dhimma hidha laga Abbaay ilaalichisee Dr. Abiy Ahmad bilbilaan dubbisuu gabaafamePrezdaant Tramp marii dhimma laga Abbaay irratti Washington DC’tti geggeeffamaa jiru ilaalichisee muummicha ministeeraa Dr. Abiy Ahmad bilbilaan kan dubbise… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo (no title)Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan hidha laga Abbaay ilaalchisee marii magaalaa Washington DC keessatti Kibxata dabre jalqabaniin walii galtee xumuraa irra… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Dhimma Hidha Laga Abbaay ilaalchisee ogeeyyoonni seeraa fi teeknikaa biyyoota sadeenii Kaartuum keessatti mari’ataa jiranDhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee Ityoophiyaa, Suudaanii fi Masri marii torbee dabre Ameerikaa keessatti geggeessan irratti, guutinsa bishaanii, adeemsa too’annoo… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Mariin dhimma hidha laga Abbaay irratti geggeeffamaa jiru danqaa keessa galuu gabaafameMinisteeronni haajaa alaa fi Ministeeronni Bishaanii Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan, dhimma hidha laga Abbaay irratti marii marsaa 5ffaa Washington DC… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Mariin dhimma hidha laga Abbaay Kaayiroo keessatti geggeeffamaa jiraMinisteeronni Bishaan Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee Kaayiroo keessatti kan mari’ataa jiran yoo tahu, Ameerikaa fi… Guutuu Dubbisi »
 










