Magaalaa Roobee
-
Odeeyfannoo Biyyaa

Markazni Hamzaa Bin Abdul Muxxalib Barattoota 112 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise
Markazni Hamzaa Bin Abdul Muxxalib kan godina Baalee Lixaa Magaalaa Roobetti argamu guyyaa har’aa barattoota 112 kan Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Arsii Aanaa Roobee magaalaa Roobeetti barattoota Muslimaa sababa Jilbaabaaf dararuun itti fufee jira
Manneen barnoota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa magaalaa Roobeetti, torbaan dabre keessa barattoonni shamarranii “Jilbaaba uffattanii mana barumsaa seenuu hin dandeessan”…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

“‹”‹”‹”‹Sagantaan Eebba TV Nuuralhudaa godina Arsii Magaalaa Roobeetti geggeeffame
Sagantaan eebba TV Nuuralhudaa hawaasa muslimaa godina Arsii magaalaa Roobeetiin qophaa’e, guyyaa hardhaa bifa ho’aa ta’een masjiida Toofiiqitti geggeeffame. Sagantaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Aalimni guddaan biyya keenya Sheikh Sa’iid Abubakar dhukkubsatuun dhagahame
Aalimni jaalatamaa fi beekkamaan Sheikh Sa’iid Abubakar Imaamaafi Khaaxiba Masjida-Nuur kan magaalaa Roobee Baaletti argamuu tahuun bara dheeraa hawaasa tajaajilaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ulamaa’onni Godina Baalee aanaalee 20 irraa walitti dhufan haala yeroo irratti marii geggeessan
Ulamaa’onni baay’inni isaanii 100 ol tahan guyyaa har’aa August 25/2018 aanaalee godinichaa hunda irraa walitti dhufuun haala yeroo fi dhimma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Madrasaan Salafiyaa Magaalaa Roobeetti argamu Barattoota Hifzii Qur’aanaa 108 Eebbisiise
Madrasaan kun barattoota Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture guyyaa hardhaa kan Eebbisiise yoo tahu, sagantaa Eebbaa kana irratti keessummoonni fi hawaasni…
Guutuu Dubbisi »







