Suuriyaa
-
Eeshiyaa

Ameerikaan buufatalee waraanaa 20 ol Suuriyaa keessatti kan bante tahuu Raashiyaan beeksifte
Ameerikaan buufataalee waraanaa 20 ol Suuriyaa naannoo finciltoonni Kurdistaan too’atan keessatti akka dhaabdee fi Finciltoota kurdiitiif meeshaalee waraanaa hammayyaawaa ta’an…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaan mootummaan Suuriyaa naannawa Guutaa Bahaa keessatti raawwatu ammas itti fufee jira
Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii Sabtii kaleessaa mootummaan Suuriyaa naannawa finciltoonni too’atan irratti haleellaa jalqabe guyyoota soddomaaf akka dhaabu sagalee guutuun kan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Xiyyaara mootummaa Suuriyaatiin namoonnii 400 ol ajjeefaman
Haleellaa Xiyyaari waraanaa mootummaa Suuriyaa, waraana Raashiyaatiin deeggaramuun naannawa Guutaa Bahaa keessaatti Alhada dabre irraa jalqabee raawwataa jiruun, yoo xiqqaate…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Turkiyaan Xiyyaarri waraanaa Suuriyaa keessatti jalaa kufuu beeksifte
Xiyyaarri waraana Turkiyaa Suuriyaa naannawa magaalaa Afriin keessatti kan kufe tahuu prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan beeksise. Prezdaant Erdogaan Sabtii har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Mootummaan Suuriyaa naannawa finciltoonni too’atan keessatti raawwateen namoonni 200 ol ajjeefaman.
Mootummaan Suuriyaa fi waraanni Raashiyaa aannawa finciltoonni too’atan keessatti haleellaa Xayyaara waraanaatiin raawwataa jiraniin, guyyoota Afran dabran keessatti qofa yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Finciltoonni Suuriyaa Xiyyaara waraana Ruusiyaa rukutuu beeksisan
Finciltoonni Suuriyaa Xiyyaara Waraanaa Ruusiyaa mootummaa Bashaar Al-Asaad waliin tahuun naannawa Idliib kan too’annaa finciltootaa jala jiru keessatti Sabtii har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Turkiyaan waraanni Ameerikaa magaalaa Maanbiij keessaa akka bayu akeekachiiste.
Angaawoonni Turkiyaa fi Ameerikaa Arba’aa kaleessaa duula Turkiyaan Suuriyaa keessatti jalqabde ilaalchisee bilbilaan mari’ataniiru. Ministeerri haajaa alaa Turkiyaa marii hooggantoota…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Turkiyaan finciltoota Kurd irratti duula banuu isii beeksifte
Prezdaantiin Turkiya Rajab Xayyib Erdogaan biyyi isaa finciltoota Kurd kanneen daangaa Suuriyaa fi Turkiya keessa maandheffatan irratti duula lafoo kan…
Guutuu Dubbisi » Yunivarsiitiin Khartuum Doktareetii Kabajaa Prezdaantii Turkiyaatii kenne
Prezdaantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan daaw’annaa biyyoota Afrika sadii keesasatti karoorfateef Alhada dabre Sudaan seene. Erdogaan mootummaa fi ummata Sudaan…
Guutuu Dubbisi »-
Eeshiyaa

Israa’eel buufata waraana Suuriyaa tokko Misaa’elaan dhoofte.
Buufanni waraana Suuriyaa kan guyyaa har’aa Isra’eel haleellaa irratti raawwatte kun, naannawa magaalaa guddoo Suuriyaa Dimaashqiitti kan argamu yoo tahu, Misaa’elaan…
Guutuu Dubbisi »








