header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Diploomaatonni Ityoophiyaa ol’aanoon, Sa’uudii irraa gara biyyaa yaamaman.

Mootummaan Itoophiyaa Dipiloomaatota ol’aanoo Sa’udi Arabiyaa irraa gara biyyaa kan yaame tahuu gaazexaan Addis Standard gabaase. Akka gabaasa Kanaatti Riyaaditti Ambaasaadarri Itoophiyaa Amiin Abdulqaadir fi Itti gaafatamaan Qonsilaa Jiddaa Wubshet Damisse gara Finfinneetti yaamamanii jiru. Sababni Dipiloomatonni kunniin gara biyyatti waamamaniif hanga ammaatti hin beekkamne.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button