header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Iraaq keessatti dooniin  laga Tigris irra imalaa turte dhidhimuun yoo xiqqaate namoonni 80 ol du’uu gabaafame

Dooniin maatii heddu fe’attee imalaa turte tun nannawa magaalaa Moosuulitti  kan dhidhimte yoo tahu, irra hedduun namoota doonii irra turanii dubartootaa fi ijoollee ayyaana jalqaba Arfaasaa  Nowruz jedhamu kabajuuf gara iddoola turiizimiin bekkamtuutti  imalaa turan tahuu odeeyfannoon ni ibsa.

 

Qondaaltoonni naannichaa akka jedhanitti, ijoollee 19 dabalatee namoonni 55 lubbuun baraaramanii jiru. Qondaaltonni biyyattii balaa kana dursanii akeekkachiisa baasaniin,  hidhaan nannawa Moosuul gar malee waan guuteef hawaasni imala laga Tigris gubbaa godhamu akka of qosatu kan gaafatan tahuu gabaafame.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button