Naannoo Amaaraa godina baha Walloo magaalaa Marsaatti Yunivarsitii Imaam Ahmad ijaaruuf guyyaa kaleessaa(February 2,2020) sirni dhagaa bu’uraa kaayuu geggeeffame.
Saganticha irrattiis hoggantoonni Majlisa godinichaa, Ulamaan, Ustaazootaafi jiraattoonni naannichaa argamanii jiran.
Related Posts
Koreen ijaarsa Yunivarsitii kanaa akka qindeessu hundeeffame, ijaarsi Yunivarsiticha kan sadarkaa isaa eeggattee fi Ammayyaawaa tahuu ibsan. Ijaarsa kana galmaan baasuufis hawaasni Muslimaa akka deeggaru dhaamsa dabarfatan.