OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Aalimni Guddaan biyya Keenyaa Sheikh Muhammad Aadam Wolloo gara ganda Akhiraa godaanan
Innaa Lillaahi Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uun
Sheikh Muhammad Aadam Wolloo yeroo dheeraaf Masjidal-Haram keessati barnootaa diinii barsiisaa kan turan yoo tahan, Kitaabota diinii heddu katabuun aalima guutuu addunya keessatti kabajaaafi beekamtii horatan tahuun ni beekama.
Kitaabotaa isaanii jidduu Ibsi/sharhiin Sunanu-Nasaa’ii jaldii 40 qabu hedduu beekamaadha.
Aalimni keenna guddaan yeroo dheeraaf dhukkubsatanii kan waldhaanamaa turan yoo tahan, har’a biyya Sa’uudii keessatti aakhiraman.
اللهم اغÙر له وارØمه وأدخله جناتك يا رب🤲ðŸ˜
innaalilaahi waa’innaa ileeyhi Rajii’uum
Rabbii jannaatulfidowsiin isaan haa gammacjisuu
Rabbiin rahmata ha godhuf
our Media is Nuralhuda
yaa rabbi jannata keetiin nuuf gammachiisi
inaha lilahai winaha ileyini rajihuni rabbini isani haa araramu
Innaa lillahii wooinnaa illeyi raajiu.uun
innaa lillahii wooinnaa illeyi raajiu.uun rabbi rahamata haa godhufii ahalii issanii hundaa sabrii haa kenufii ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜â˜ï¸ðŸ¤²ðŸ¤²ðŸ¤²ðŸ¤²
innaa lillaah3 woinnaa ileeyhi Raaji’un
rabbiin worra janataa isaan haa godhuu!!!
Amiiiiiiiiiiiiin
السلام عليكم ورØمة الله وبركاته إنا لله وإنا إليه راجعون اللهم اغÙر الهم ورØÙ…Øوم اللهم اÙØªØ Ù„Ù‡Ù… جنة الÙردوس لأعلى
عسلمليكم ورØمة الله وبركاته أللهم سابيتاهو إندا سوعلل مالإخاتين
Inna lillahi woinnaa ilyehi Raji’uuni Alla yarhamu woja’ala jannatuli firdoosi Ma’awaahu
Arabe
Ø¥ Ù† الله Ø¥ نا اليه راجعون اللهم غÙر له وارØمه وعاÙÙ‡ وع٠عنه ورÙع درجته ÙÙŠ عليين
Ina nillahi wo. Inna ileyhi rajiun allahum makfirllahu worahaamahu wo. Afiihi wo. Afunhu