Qormaata

Gaafilee guyyoota kurnan Zulhijjaatiin wal qabatan

Waahee guyyoota kurnan zulhijjaa hangam beeyta? gaafilee muraasa kanaan beekumsa kee madaali

 

0%
4 votes, 4 avg
229
Created on By nuuralhudaa

Zulhijjaah

Gaafilee guyyoota kurnan Zulhijjaatiin wal qabatan

Gaafilee guyyoota kurnan zulhijjaatiin wal qabatan bifa qormaataatiin.

1. Yawm al Arafaa kan jedhamu guyyaa meeqaffaati?

2. Magaalaan Baabiloon durii, ammaan tana biyya tam keessatti argamti?

3. Zulhijjaan akka Kaalaandara Islaamaatti ji’a meeqaffaadha?

4. Guyyaan kurnaffaa kan ji’a zulhijjaa guyyaa maaliiti?

5. Guyyaan ji’a zulhijjaa 8ffaan guyyaa maalii jedhamuun beekama?

6. Tawakkul jechuun maal jechuudha?

7. Muzdalifaan eessatti argama?

8. Nabi Ibraahim (AS) ilma isaa gorra’uu akka qabu akkamitti beeksifame?

9. Waggoota keessaa irra caaltuun guyyootaa guyyoota kami?

10. Nabiyyallaah Ibraahim (AS) haadha warraa isaa Hajar (AS) fi ilma isii dachii tam keessatti dhiisee biraa deebi’e?

Your score is

The average score is 69%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Yaada qabdu nuuf gumaachi!

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Articles

Back to top button